Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Amanamummaan nama badhaasisa, galateeffachiisa, nama boonsa-Aadde Adaanech
Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Amanamummaan nama badhaasisa, nama galateeffachiisa, akkasumas nama boonsa jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.
Aadde…
Jijjiirraan bara Saba Halaabaa “Seeraa”n kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Jijjiirraan bara haaraa saba Halaabaa “Seeraa” Magaalaa Halaabaa Qullittootti kabajamaa jira.
Sirna kabaja ayyaanicharratti qondaaltonni olaanoon…
Sirni gaa’elaa misirroota kuma 1 gaggeefame
Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)-Sagantaa “Yeshii Gaabichaa” bara 2016’n sirni gaa’elaa misiroota kuma 1 gaggeeffameera.
Kutaalee biyyatti garaagaraarraa kan hirmaataan Karniivaalaa fi…
Gaazexeessaa Asfaawu Mashashaa du’aan addunyaa kanarraa boqote
Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Gaazexeessaa Asfaawu Mashashaan du'aan addunyaa kanarraa boqote.
Gaazexeessaa Asfaawu Mashashaan dhukkubaa mudateeniin Ameerikaatti wal'aanamaa turuun…
Pirojektiin Ikkoo Tuuriizimii Wancii-Dandii Ida’amuun qabatamaan kan irratti mul’atee fi…
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Pirojektiin Ikkoo Tuuriizimii Wancii-Dandii Ida'amuun qabatamaan kan irratti mul'atee fi yeroo gababaa keessatti hojii guddaa hojjechuun akka danda’amu kan…
Pirojektoonni jijjiiramaan booda hojjataman misooma diinagdee fi hawaasummaa biyyaalessaaf gahee…
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Kutaalee biyyattii garaagaraatti pirojektoonni jijjiiramaan booda hojjetaman iddoolee hawwata tuuristii misooma diinagdee fi hawaasummaa biyyaalessaaf gahee…
Koolleejjichi qondaaltota olaanoo leenji’aa turan eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Koolleejjii Ajajummaa Raayyaan Ittisa fi Miseensotaa marsaa 9ffaan qondaaltota olaanoo leenjisaa ture eebbisiise.
Sirna eebbichaarratti ijaarsa…
Walga’iin waggaa Ambaasaaddarootaaa gaggeeffamu eegale
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Qaama “Torbee Dippiloomaasii” keessaa tokko kan ta’e walga’iin waggaa Ambaasaaddarootaa eegaluu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Ittaanaan Ministira…
Mandarri Ikkoo Tuurizimii Wancii-Dandii turizimii itti fufiinsa qabu misoomsuuf kan…
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Mandarri ikkoo tuuriizimii Wancii-Dandii turizimii itti fufiinsa qabu misoomsuu, bareedina umamaa fi qabeenya aadaa kunuunsuun dhalootaf dabarsuuf kan…
Duulli Misooma sululaa Amajjii 9 eegala
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)-Duulli hojii misooma suluulaa guyyoota 60'f turu Amajjii 9, 2016 akka eegalu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Duulli hojii Eegumsa Biyyeefi Bishaanii…