Browsing Category
Ispoortii
Maaduukeen baatiiwwan lamaaf dirree irraa ni fagaata
Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) – Taphataan sarara fuulduraa Arseenaal Noonii Maaduukeen sababa miidhaan baatiiwwan lamaaf dirree irraa akka fagaatu dhagahameera.
Taphatichi tapha…
Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Finfinnee gale
Finfinnee, Fulbaana 13, 2018(FMC) - Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Magaalaa Tookiyootti gaggeeffamaa turerratti hirmaate Finfinnee…
Arsenaal 1 – 1 Maanchiister Siitii
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC) – Taphni guddaan torbee 5ffaa Piriimeer Liigii Ingiliiz Arsenaalii fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatame qixaan xumurame.
Taphni Arsenaalii fi…
Itiyoophiyaa 1 – 1 Keeniyaa
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadi gita isaa Keeniyaa waliin qixa bahe.
Tapha gulaallii Waancaa Addunyaa…
Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa meedaaliyaa warqee malee xumurte
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyootti gaggeeffame meedaaliyaa warqee tokkooyuu osoo hin argatin xumurte.…
Taphni har’a Arsenaali fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatamu hawwiin eegama
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)- Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 5ffaan taphni har’a Arsenaal Maanchiister Siitiin waliin taphatu hawwiin eegama.
Har’a waaree boodaa sa’aatii 10:00…
Shaampiyoonaa Atileetiksiin Dorgommiin Fiigicha Meetira Kuma 5 Dhiirootaan har’a ni gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)- Jaappaan Tookiyootti gaggeeffamaa kan jiru Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 20ffaa guyyaa xumuraan har’a dorgommiin fiigicha meetira kuma 5…
Dorgommii fiigicha meetira kuma 5 dubartootaan atileetonni Keeniyaa injifatan
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan magaalaa Tookiyootti gaggeeffamaa jiruun dorgommii fiigicha meetira kuma 5 dubartootaan atileetonni…
Fiigicha gulaallii meetira kuma 5 Atileetonni Itiyoophiyaa 2 xumuraaf darban
Finfinnee, Fulbaana 9, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan fiigicha gulaallii meetira kuma 5’n Hagos Gabrahiwatii fi Biiniyaam Mahaariin xumuraaf darban.
Atileet…
Fiigicha gulaallii meetira 800’n Atileet Tsiggee Dhugumaa fi Warqinesh Massaleen walakkaa…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan fiigicha gulaallii meetira 800 dubartoota gidduutti fiigameen atileeti Tsiggee Dhugumaa fi Warqinash…