Browsing Category
Ispoortii
Tapha nuusa xumuraaf taphni Seneegaal fi Ingiliz ni eegama
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa itti fufee taphatamaa jiruun guyyaa har’aa tapha nuusa xumuraaf morkii Seneegaal taasiftu dabalatee taphoonni lama ni…
Tapha Waancaa Addunyaan Neezarlaand biyya jalqabaa Nuusa xumuraaf dabarte taate
Finfinnee, Sadaasa 24, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaan Neezarlaand Ameerikaa injifachuun biyya jalqabaa Nuusa xumuraaf dabarte taateerti.
Neezarlaandii fi Ameerikaan tapha…
Tapha Waancaa Addunyaa har’aan taphoonnii mo’atanii darbuu 2 ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Taphni Waancaa Addunyaa mo’atanii darbuu guyyaa har’aa ni eegala.
Taphoota kanaan duraan rammadii 1ffaarraa sadarakaa 1ffaan kan darbite Neezaarland…
Gaanaan tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa ala yoo taatu, Kooriyaan Kibbaa marsaa itti aanuuf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) – Poorchugaalii fi Kooriyaan Kibbaa tapha moo'atanii darbuu Waancaa addunyaa 22ffaaf darbaniiru.
Uraagaay goolii 2 fi 0n Gaanaa injifattus Kooriyaan…
Atileet Litasanbat Giday Maaraatoonii Vaaleenshiyaa ni injifatti jedhameetu eegama
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Haadha riikardii maaraatoonii addunyaa dubartootaa kan taate Atileet Litasanbat Giday Maaraatoonii Vaaleenshiyaa dilbata dhufu gaggeeffamu ni injifatti…
Tapha Waancaa Addunyaa har’aan biyyoonni Afrikaa 2 ni taphatu
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa mo’atanii darbuu guyyaa har’aa taphatamuun biyyoota Afrikaa 2 dabalatee taphoonni afur ni gaggeeffamu.
Ramaddii 7ffaan tapha…
Jaappaan tapha moo’atanii darbuu Waancaa addunyaaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Jaappaanii fi Ispeen tapha moo'atanii darbuu Waancaa addunyaaf darban.
Jarman goolii 4 fi 2n Koostaarikaa injifattus Waancaa Addunyaa 22ffaa ala taate.…
Ispoorteessitoota ciccimoo biyya bakka bu’an horachuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Yaa'iin Mana Maree Ispoortii magaalaa Finfinnee 13ffaan gaggeeffameera.
Magaalaa Finfinneetti hanqina dirree Ispoortii hir'isuuf dirreewwan Ispoortii…
Moorokoon waggoottan 36 booda tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa galgala kana taphatameen Moorokoo fi Kirooshiyaan tapha moo'atanii darbuuf darbaniiru.
Moorokoon Kaanaadaa goolii 2 fi 1n…
Taphni Jarmanii fi Koostaarikaa gidduutti taphatamu murteessitoota dubartootaan qofa durfama
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa har’a Jarmanii fi Koostaarikaa gidduutti taphatamu murteessitoota dubartootaa qofaan kan durfamu ta’uu ibsameera.
Kunis seenaa…