Browsing Category
Ispoortii
Tapha Waancaa Addunyaan har’a taphoota eegamantu taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa har’as itti fufee kan taphataman yoo ta'u, ramaddii 4’n taphoonni ramaddii 2ffaa ni taphatamu.
Haaluma kanaan ramaddii…
Faransaay goolii 2 fi 1n Deenmaarki injifatte
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa galgala kana taphatameen Faransaay Deenmaarki goolii 2 fi 1n injifateerti.
Shaampiyoonaan Waancaa Addunyaa 2018 Faransaay…
Poolaandi goolii 2 fi 0n Saa’uud Arabiyaa injifatte
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Taphni waancaa Addunyaa 22ffaan har'a Poolaandii fi Saa'uud Arabiyaa gidduutti taphatame olaantummaa Poolaandiin xumurame.
Piyootar Ziiliinskiin…
Tapha waancaa Addunyaa har’a gaggeeffamen Awustiraaliyaan Tuuniziyaa injifatte
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Tapha waancaa Addunyaa 22ffaa har'a taphatameen Awustiraaliyaan goolii 1 fi 0n Tuuniziyaa injifatteerti.
Miicheel Duuk daqiiqaa 23ffarratti…
Tapha Waancaa Addunyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaan 22ffaan har'a taphoonni 4 waaree boodaa eegalee ni taphatamu.
Waaree booda sa'aatii 7:00 irraa eeagalee Tuuniziyaan…
Kuwaataar waancaa Addunyaa 22ffaa ala taate
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa marsaa 2ffaan Neezarlaandii fi Ekkuwaadoor gidduutti gaggeeffame goolii tokko qixa xumurame.
Kuudii Gakpoon daqiiqaa…
Ramaddii 1ffaa jalaa Neezerlaandii fi Ikkuwaadoor qabxii yoo qooddatan Kuwaataar kuftetti
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa ramaddii jalqabaa keessaa Neezarlaandii fi Ikkuwaadoor qabxii qooddataniiru.
Gareewwan lameen sa’aatii 1:00 irratti…
Neeymaar sababa miidhamaatiin tapha ramaddii lameenii keessaa ala ta’uun mirkanaa’e
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa lammii Biraaziil Neeymaar Juuniyeer sababa miidhaamaatiin taphoota ramadii lameenii keessatti akka hinhiriirre ibsame.…
Kuwaataar 1- 3 Seeneegaal
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Taphni waancaa addunyaa marsaa 2ffaan Kuwaataarii fi Seeneegaal gidduutti taphatame olaantummaa Seeneegaaliin xumurameera.
Tapha marsaa jalqabaan…
Weelsi 0 – 2 Iraan
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Taphni waancaa addunyaa 22ffaan har’a marsaa 2ffaaf Weelsii fi Iraan gidduutti taphatame olaantummaa Iraaniin xumurameera.
Iraan dhiibbaa uumtee…