Browsing Category
Ispoortii
Liyooneel Meesiin Waancaa Addunyaan booda tapha jalqabaa isaa injifannoon eegale
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Liyooneel Andereen Meesiin Waancaa Addunyaan booda tapha jalqabaa isaa Kilaba PSG taphaterrarri goolii lakkoofsiiseera.
Tapha Liigii 1ffaa Fireenchi eda…
Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Chaaniif Aljeeriyaa gale
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Chaaniif Aljeeriyaa galeera.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Shaampiyoonaa Kubbaa…
Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli argisiisa aadaa Oromiyaa magaalaa Walisootti eegalame
Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli argisiisa aadaa Oromiyaa 28ffaan magaalaa Walisootti eegalameera.
Shaampiyoonaan kun gosoota Ispoortii…
Gareen biyyaalessaa Ityoophiyaa Morokoon 2 fi 1’n injifatame
Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa marsaa 2ffaaf taphaa ga’umsa adda baasuu Morokoo waliin taphateen 2 fi 1’n injifatameera.
Tapha Chaaniif Morookoo…
Gaariiz Beel tapha kubbaa miilaa dhaabe
Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Taphataan kubbaa miilaa beekaman lammii Weelsi Gaariiz Beel tapha kubbaa miilaa biyyaalessaas ta’e kilabaa dhaabuu beeksise.
Beel gama miidiyaa…
Roobeertoo Maartiineez leenjisaa Garee Biyyaalessaa Poorchugaal ta’an
Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Leenjisaan duraanii garee Biyaalessaa Beeljiyam Roobeertoo Maartiineez leenjisaa Garee Biyyaalessaa Poorchugaal ta’an.
Leenjisaan lammii Ispeen leenjisaa…
Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa boru Walisootti eegala
Finfinnee, Amajjii 1, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli argisiisaa Aadaa Oromiyaa boru Amajjii 2-14, 2015tti Godina Shawaa Kibba Lixaa Magaalaa Walisootti…
Atileet Solomoon Baaraggaa dorgommii qaxxaamura biyyaa Ispeen Algooyiber injifate
Finfinnee, Mudde 30, 2015(FBC)- Atileet Solomoon Baaraggaa dorgommii qaxxaamura biyyaa kiiloomeetira 10 Ispeen Algooyibar Huwaan Mugeerzaattii gaggeeffame injifate.
Atileet Solomoon…
Amaanu’eel Isaayyaas gulantaa Inistiraaktarummaa Idil Addunyaa kubbaa saaphanaa argatan
Finfinnee, Mudde 30, 2015(FBC)-Federeeshiniin Kubbaa Saaphanaa Idil Addunyaa Amaanu’eel Isaayyaasiif gulantaa Inistiraaktarummaa Idil Addunyaa tapha kubbaa saaphanaa kenne.
Haaluma kanaan…
Moorokoo 1 – 0 Ityoophiyaa
Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Taphni michummaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa fi Moorokoo gidduutti taphatame olaantummaa Moorokoon xumurameera.
Moorokoon goolii 1 fi 0…