Browsing Category
Ispoortii
Shaampiyoonaan Kilaboota Kubbaa miillaa Godinaalee fi magaalota Oromiyaa 19ffaan Magaalaa Ambootti…
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Shaampiyoonaan Kilaboota Kubbaa miillaa Godinaalee fi magaalota Oromiyaa 19ffaan kilaboota 36 hirmaachise Magaalaa Ambootti gaggeeffamaa jira.…
Maanchiisteer Yuunaaytiid 5 – 1 Liidis Yuunaaytiid
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Taphoota Priimayer Liigii Ingilaand bara 2021/22 torbee jalqabaan Maanchiisteer Yuunaaytiid goolii 5 fi 1n Liidis Yuunaaytiid injifate.
Tapha baniinsaa…
Hawaasni Ispoortii Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa hiriiruun birmadummaa biyyaa eeguu qaba jedhame
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Hawaasni Ispoortii Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa hiriiruun birmadummaa biyyaa eeguu akka qabu Komishinarri Komishinii Ispoortii obbo Nasir Huseen ibsan.…
Preezdaant Saahilawarq jila Atleetiksii Olompikii Tookiyoon ergaa baga nagaan dhuftanii dabarsan
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen jila Atleetiksii Olompikii Tookiyoorratti hirmaachuun ganama kana gara biyyaa deebi’aniif ergaa baga nagaan…
Jila Atleetiksii Ityoophiyaa Olompikii Tookiyoorratti hirmaachuun gara biyyaa deebi’eef simannaan…
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Olompikii Tookiyoorratti hirmaachuun gara biyyaa deebi’e wayita Buufata Xiyyaaraa idil- Addunyaa Boolee ga’u simannaan…
Atileet Lettasanbaat Gidaay Ityoophiyaaf meedaaliyaa dabalataa argamsiiste
Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Olompikii Tookiyoo dorgommii fiigicha dubartootaa meetira kuma 10'n Atileet Lettasanbaat Gidaay Ityoophiyaaf meedaaliyaa dabalataa argamsiisteetti.…
Oolompikii Tookiyoo dorgommi dubartoota meetira 1500 irratti kan hirmaatte atileet Fireewaayin…
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Oolompikii Tookiyoo dirgommi dubartootaa meetira 1500 irratti kan hirmaatte atileet Fireewaayin Haayiluu 4ffaa ba’uun dorgommicha xumurteettii.…
Keeniyaan Olompika Tookiyoorratti warqee jalqabaa argatte
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC) –Gareen Olompikii Keeniyaa maal ta'e osoo jedhamuu dorgommii meetira 800 dhiirotaa har'a dorgomameen Imaanu'eel Koriir warqee jalqabaa biyyasaaf…
Atleet Fireewaayin Haayluu dorgommi dubartoota meetira kuma 1 fi 500 xumuraaf dabarte
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Atleet Fireewaayin Haayluu dorgommi dubartoota meetira kuma 1 fi 500 xumuraaf dabarteetti.
Atileet Lamlaam Haayluu ammoo 9ffaa bahuun xumuraaf osoo…
Atileetoonni Ityoophiyaa dorgommi xumuraa fi gulaalliirratti ni hirmaatu
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Har’a dorgommii Olompikii Tookiyoo 2020 irratti atileetoonni Ityoophiyaa ni hirmaatuu.
Guyyaa sa’aatii 7:00 gulaallii walakkaa xumuraa dubartootaa…