Browsing Category
Ispoortii
Jilli Atleetiksii maaraatoonii Landan 40ffaa irratti hirmate har’a ganama gara biyyaa deebi’e
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC ) – Jilli Atleetiksii maaraatoonii Landan 40ffaa irratti hirmate har’a ganama gara biyyaa deebi’eera.
Jilli maaraatoonii Landan sadarkaa…
Jijjiirraa taphattootaa guyyaa xumuraan ‘Thomas Partey’ Arseenaal, ‘Facundo Pellistri’ Maanchiister…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC ) – Fooddaan jijjiirraa taphattootaa liigoota Awrooppaa bara 2020/21 marsaaan duraa eda galgala xumurameera.
Guyyaa kaleessaa ‘Thomas Partey’…
Taphattoonni garee Kubbaa Miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa 5 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa taphattootaa garee biyyaaleessaaf akka taphatan waamicha taasiiseef 36 keessaa 5 vaayrasii koroonaan qabamuu…
Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 4ffaan qabxii ajaa’ibsiisaan galmaa’e
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) - Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 4ffaa kaleessa taphatameen Liivaar Puulii fi Maanchiisteer Yuunaayitiid garaagarummaa goolii hedduun…
Atileet Shuraa Qixxaataa maraatoonii Landan 2020 injifate
Finfinnee, Fulbaana 24, 2013 (FBC) - Atileet Shuraa Qixxaataa Maraatoonii Landan 2020 fageenyaa sa'aatii 2:05:41injifateera.
Atileetiin lammii Keeniyaa Vincent Kipchumna sadarkaa 2ffaan…
Leenjisaan Wubat Abaataa taphattoota 40f waamicha taasisan
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) – Leenjisaan Wubat Abaataa taphattoota 40f waamicha taasisan.
Haaraa kan muudaman leenjisaan garee Biyyaalessaa dhiroota Ityoophiyaa leenjisaa…
Wubatuu Abaataan leenjisaa garee biyyoolessaa Ityoophiyaa ta’an
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC)- Wubatuu Abaataan leenjisaa garee biyyoolessaa Ityoophiyaa ta’an.
Leenjisaa Wubatuun waggoota lamaaf garicha tajaajiluuf koontiraata seenaniiru.…
Baayer Muunik Waancaa Suuppar Kaappii Awrooppaa moo’ate
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) - Baayer Muunik Seeviyaa 2 fi 1 injiafchuun abbaa Waancaa Suuppar Kaappii Awrooppaa 2020 ta’eera.
Shaampiyoonaan Shaampiyoons Liigii Awrooppaa…
Weerara vaayrasii koroonaaf of eeggannoo taasiisuun Sosochiiwwan Ispoortii kan eegalaman ta’uu…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2013 (FBC) - Weerara vaayrasii koroonaaf of eeggannoo taasiisuun Sosochiiwwan Ispoortii kan eegalaman ta’uu Koomishiniin Ispoortii FDRI beeksise.
Manni…
Maqalee 70 Indartaan Shaampiyoonaa ‘CAF’, Magaalaan Faasiil ammoo waancaa Koonfedereeshiniirratti…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2013 (FBC) – Sheer Kaampaaniin Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Maqalee 70 Indartaan Shaampiyoonaa ‘CAF’, Magaalaan Faasiil ammoo waancaa Koonfedereeshiniirratti akka…