Browsing Category
Ispoortii
Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa akkuma itti fufetti jira
Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) - Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa Istaadiyeemii Magariisaa Asallaatti gaggeeffamaa jiru oolmaa isaa guyyaa 3ffaan itti fufee jira.…
Ijaarsi Istaadiyamii Idil Addunyaa Aday Ababaa %99 xumurameera
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Ijaarsi Istaadiyamii Idil Addunyaa Aday Ababaa %99 xumurameera.
Istaadiyamichi guutummaan yammuu xumuramu teessodhaan namoota kuma 60 ol keessummeessuu…
Priimiyar Liigii Ityoophiyaatin Maqalee 70 Indartaan Walwaaloo injifate
Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Priimiyar Liigii Ityoophiyaatin Maqalee 70 Indartaan Walwaaloo injifate.
Taphni priimiyar liigii torbee 5ffaa har'a magaalaa Maqaleetti…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattootaa eegalame
Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddaattoota Ityoophiyaa Istaadiyeemii Magariisaa Asallaatti eegalame.
Shaampiyoonaan kun har'aa eegalee hanga…
Atleetonni Ityoophiyaa dorgommii taasisaniin qabxii boonsaa galmeessan
Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) - Torbee dabarsine Sanbataa fi Dilbata atleetonni Ityoophiyaa dhiiraa fi dubartootan waldorgommii addunyaa garagaraa 10 taasisaniiru.
Atleetonni kunneen…
Jimmaa Abbaa Jifaar Qiddusa Giyoorgiis 2-1 injifate
Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) – Tapha Priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 5ffaan Jimmaa Abbaa Jifaar Qiddusa Giyoorgiis 2-1 yoo injifatu Adaamaan qixa bahe.
Liigiichaan guyyaa har’aa…
Priimiyar liigii Ityoophiyaatin har’a taphoonni 6 ni gaggeeffamu
Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) - Priimiyar liigii Ityoophiyaan taphni torbee 5ffaa har’aa fi boru ni taphatamu.
Liigiichaan guyyaa har’aa taphoonni 6 kan gaggeeffaman yammuu ta'u,…
Obbo Biiniyaam Miruuts preezdaantii Federeeshinii Atleetiksii Finfinnee ta’uun filataman
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Obbo Biiniyaam Miruuts Yifxar preezdaantii Federeeshinii Atleetiksii Finfinnee ta'uun filataman.
Federeeshinichi kaleessa namoota waggaa 4f…
Loozaa Abarraa Taphattuu cimtuu Baatii Sadaasa fi Muddee taate
Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Taphattuun sarara fulduraa kubbaa miilaa Loozaa Abarraa tapha priimeerliigii dubartoota Maaltaan keessatti ga’umsa olaanaa agarsiifteen taphattuu cimtuu…
Loozaa Abarraa Taphattuu cimtuu Baatii Sadaasa fi Muddee taate
Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Taphattuun sarara fulduraa kubbaa miilaa Loozaa Abarraa tapha priimeerliigii dubartootaa Maaltaa keessatti ga’umsa olaanaa agarsiifteen taphattuu cimtuu…