Browsing Category
Ispoortii
Atileet Qaalkidaan Gazzaany rikkardii addunyaa meetira kuma 10 fooyyeessite
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Dhalattuun Ityoophiyaa Atileet Qaalkidaan Gazzaany Jeeneevaatti figiicha meetira kuma 10 gaggeeffameen rikkardii addunyaa fooyyeessiteetti.…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessaa dubartootaa Ruwaandaa umrii waggaa 20 gadi Magaalaa Baahirdaar…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa dubartootaa Ruwaandaa umrii waggaa 20 gadi Magaalaa Baahirdaar galeera.
Gareen kunis tapha Gareen Kubbaa Miilaa…
Maaraatoonii Barliin dhiirootaan Guyyee Adoolaa injifate
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Guyyaa har’aa Jarmanitti Maaratoonii Barliin dhiirootaa gaggeeffameen Guyyee Adoolaa sa’aatii 2:05:35 irratti galuun injifateera.…
Tapha gulaallii Waancaa Addunyaa umrii 20 gadiin Gareen Dubartootaa Ityoophiyaa har’a Ruwandaa…
Finfinnee, Fulbaana 14,2014 (FBC)- Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaa umrii 20 gadiin Gareen Dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa har’a dirreen ala Ruwandaa waliin taphata…
Fiigicha walakkaa maaraatoonii Kooppan Haganitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) - Fiigicha walakkaa maaraatoonii Deenmaarki Kooppan Haganitti guyyaa har'aa gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru.…
Shaampiyoonaan Qaxxaamura biyyaa addunyaa 44ffaan waggaa 1 dheerate
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) - Sababa weerara vaayrasii koroonaan Shaampiyoonaan Qaxxaamura biyyaa addunyaa 44ffaan waggaa tokkoof dheerachuu Federeeshiniin Atleetiksii Addunyaa…
Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa eda galgala taphatameen Beersoolaanaa fi Maanchiisteer…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) –Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa eda galgala taphatameen Cheensii fi Juuveentus yoo injifatan, Beersoolaanaa fi Maanchiisteer Yuunaayitiid…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara 2021/22 har’a galgala ni eegalama
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Taphoonni shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara 2021/22 Kilaboota ramaddii E hanga Htti jiran gidduutti har’a galgala ni eegalama.
Taphoonni…
Atileet Sanbaree Tafarii dorgommi figiichaa kiiloo meetira 5’n rikkardii addunyaa fooyyeessite
Finfinnee, Fulbaana 2, 2014 (FBC)- Atileet Sanbaree Tafarii dorgommi figiicha kiiloo meetira 5'n rikkardii addunyaa fooyyeessiteetti.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo…
Gareen kubbaa miila dubartoota Baankii Daldalaa Ityoophiyaa dorgommii Seekaafaa sadarkaa 2ffaa…
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Shaampiyoonsi Liigii Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa qopheessummaa Keeniyaan Naayiroobitti gaggeeffamaa jiruun Kilabni Kubbaa Miilaa dubartoota…