Browsing Category
Ispoortii
Gareen kubbaa miila dubratoota Baankii Daldala Ityoophiyaa har’a taphaa xumuraa ni gaggeessa
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Shaampiyoonsi Liigii Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa qopheessummaa Keeniyaan Naayiroobitti gaggeeffamaa jiruun Kilabni Kubbaa Miilaa dubartoota…
Gulaallii Waancaa Addunyaatin Ityoophiyaan Zimbaabuwee 1 fi 0 injifatte
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Gulaallii Waancaa Addunyaa bara 2022 qopheessummaa Kuwaatariin gaggeeffameen Ityoophiyaan Zimbaabuwee 1 fi 0 injifatteetti.
Gareen Kubbaa Miilaa…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gita iaa Zimbaabuwee waliin har’a ni taphata
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gulaallii Waancaa Addunyaa bara 2022 qopheessummaa Kuwaatariin gaggeeffamuuf har’a gita isaa Zimbaabuwee…
Kilabni Kubbaa Miilaa dubartoota Baankii Daldalaa Ityoophiyaa Shaampiyoonsi Liigii Seekaafaa…
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Shaampiyoonsi Liigii Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa qopheessummaa Keeniyaan Naayiroobitti gaggeeffamaa jiruun Kilabni Kubbaa Miilaa dubartoota…
Guyyaan lafoo fi Biskileettii biyyaalessaa marsaa 12ffaan kabajame
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Guyyaan lafoo fi Biskileettii biyyaalessaa marsaa 12ffaan iddoolee garaagaraatti sirnoota adda addaan kabajameera.
Sagantichi bara 2013 mata duree…
Gareen Paaraa Olompikii biyyoolessaa Ityoophiyaa Finfinnee wayita galaan simannaan taasifameef
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Taphaa Paaraa Olompikii Tookiyoo 2020 irratti hirmaataa kan turaan gareen Paaraa Olompikii biyyoolessaa Ityoophiyaa Finfinnee wayita galaan hoggantoonni…
Gaanaa 1 -0 Ityoophiyaa
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC) – Gulaallii Waancaa Addunyaa 2022 Kuwaatar qopheessituuf Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa ramaddii jalqabaa gita isaa Gaanaa waliin taphate…
Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Ityoophiyaa Jooyint Istaar goolii 10 fi 0n…
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC) – Dorgommii Shaampiyoonaa dubartootaa kilaboota biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun Kilabni Kubbaa Miilaa…
Kiristaanoo Roonaaldoon seenaa haaraa galmeesse
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Taphataan sarara fulduraa Lammiin Poorchugaal Kiristaanoo Roonaaldoon kaleessa galgala goolii 2 galchuun biyyisaa akka injifattuuf seenaa haaraa…
Kilabiin Kubbaa Miilaa dubartootaa Baankii Daldalaa Kilaba Niwuu Jenereeshini goolii 10 fi 1…
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Tapha gulaallii Shaampiyoonaa dubartoota Afrikaa (Seekaafaa)Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Baankii Daldala…