Browsing Category
Ispoortii
Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa gitasaa Ugaandaa 2 fi 1’n injifate
Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa gitasaa Ugaandaa 2 fi 1’n injifateera.
Tapha michummaa Ityoophiyaafi Ugaandaan taphataniin gareen Kubbaa Miilaa…
Maanchisteer Siitiin Arseenaaliin 5 fi 0 injifate
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Taphaa Priimayer Liigii Ingiiliiz guyyaa har’aa gaggeeffameen Maanchisteer Siitiin Arseenaaliin 5 fi 0 injifateera.
Taphattoota garee Maanchisteer…
Roonaaldoon Maanchisteer Yuunaayitiiditti makamuuf waliigalee
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Kiristiyaanoo Roonaaldoon Maanchisteer Yuunaayitiidiif mallatteessuuf waliigaleera.
Taphataan sarara fuulduraa garee biyyaalessa Poorchugaalii fi…
Fiigicha Daayimand Liigii Luuzaaniin Atleet Fireewayinii Hayiluu injifatte
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Fiigicha Daayimand Liigii kaleessa galgala Luuzaaniitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aniiru.
Dorgommii fageenya Meetira…
Gareen biyyoolessaa Ugaandaa magaalaa Baahir Daariin gale
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Garee biyyoolessaa Ityoophiyaa waliin Dilbata taphaa obbolummaa kan taasisuu gareen Biyyoolessaa Ugaandaa magaalaa Baahir Daariin galeera.
Feesbuukii…
Liivarpuul Mo Saalaa tapha garee biyyaalessaaf gadi dhiisuu dide
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Waldaan Kubbaa Miilaa Gibtsi Liivarpuul Mohaammad Saalaa biyyattiitti erguuf eeyyamuu akka dide beeksiise.
Mohammad Saalaan tapha garee…
Sagantaan Baniinsaa Paaraa Olompikii Tookiyoo bara 2020 gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Sagantaan baniinsa Paaraa Olompikii Tookiyoo Bar 2020 sirnoora garaagaraan gaggeeffame.
Jilli garee Ispoortii Paaraa Olompikii Biyyaalessa…
Jilli Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii 20 gadii Keeniyaatti qophaa’erratti hirmaachaa…
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC)- Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii 20 gadii Keeniyaatti dorgomamaa tureen gareen Ityoophiyaa Meedaaliyaa 12 argachuun addunyaarraa sadarkaa 4ffaan…
Arsenaal 0 – 2 Cheelsii
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 2ffaa har'a gaggeeffameen Cheelsii fi Tootanahaam morkattoota isaanii yoo injifatan, Maanchiisteer qixa ba'e.…
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Ityoophiyaan sadarkaa 4 qabachuun xumurte
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii 18ffaa Keeniyaa Naayiroobitti gaggeeffamaa tureen Ityoophiyaan sadarkaa 4 qabachuun xumurteerti.…