Browsing Category
Ispoortii
Badhaafamtoota piriimer Liigii Federeeshinii kubbaa Millaa Itiyoophiyaa waggaa 20 gadii, bara 2017
Finfinnee, Guraandhala 18, 2018 (FMC) - Federeeshiniin kubbaa Miillaa Itiyoophiyaa taphattootaa fi qooda fudhattota garee kubbaa millaa waggaa 20 gadii badhaaseera.
Haaluma kanaan:…
Taphoota deebii moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa…
Finfinnee, Guraandhala 17, 2018 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a taphoonni deebii moo’anii darbuu 4 ni taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 2:45 eegalee Atileetikoo Maadriid…
Fiigicha Walakkaa Maaraatoonni Meeksikootti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Fiigicha Dorgommii Walakkaa Maaraatoonni Meeksikkoo Guwaadaalaaraatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa Koorniyaa lamanuu injifataniiru.…
Maanchister Yuunaayitiid Eevertan waliin…
Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC)- Tapha Pirimeer Liigii Ingiliz torbee 27ffaan Eevertan Dirree isaa irratti Maanchister yuunaayitiid ni keessummeessa.
Injifannoo afur walitti aanse…
Nageellee Arsi fi Arbaa Minciqixa ba’an
Finfinnee, Guraandhala 15, 2018 (FMC)-Sagantaa tapha priimer Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 20ffaan Nageellee Arsii fi Arbaa Minci fixa ba'aniiru.
Guyyaa sa'aatii 9 irratti Istaadiyeemii…
Piriimeer liigii Ingiliiziin Astoon Viilaan Liidis Yuunaayitiid, Cheelsiin ammoo Barnileey waliin…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer liigii Ingiliiz torbee 27ffaa har'a taphatameen Biraayitan Bireentifoordi yoo injifatu, Astoon Viilaan Liidis Yuunaayitiid,…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Taphoonni CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa marsaa 2ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Taphoonni torbee 20ffaa kun tapha har’a waaree booda sa’aatii…
Darbii Kaaba Landan akkaan eegamu…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Darbiin Kaaba Landan Boru Tootenhaamii fi Arsenaal gidduutti taphamu ni eegama.
Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 27ffaan har’a waaree booda…
Morkii Woolviis Arsenaal waliin taasisu…
Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliziin har’a Woolviis dursaa liigichaa Arsenaal waliin taphata.
Gabatee liigichaan sadarkaa dhumaarratti kan argamu Woolviis…
Waldorgommiin shaampiyoonaa Ispoortii manneen barnootaa Magaalaa Shaggar eegale
Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) –Wal-dorgommiin shaampiyoonaa Ispoortii manneen barnootaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sabbataatti gaggeeffamuu eegaleera.
Dhaloota dorgomaa…