Browsing Category
Ispoortii
Taphoonni Waancaa addunyaa har’as itti fufuun ni taphamu
Finfinnee,Waxabajjii 20, 2018 (FMC) – Taphoonni ramaddii Waancaa Addunyaa marsaan xumuraa har'as itti fufuun ni taphamu.
Halkan sa'atii 6:00 jalqabee Kirooshiyaan Gaanaa waliin, Panaamaan…
Nageellee Arsii 2 – 0 Baankii Daldala Itiyoophiyaa
Finfinnee,Waxabajjii 19, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 37ffaan Nageellee Arsii Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa injifate.
Nageellee Arsiin galchii Barakat…
Waancaa Addunyaan morkiin har’a Noorweey fi Faransaay Waliin taasisan ni eegama
Finfinnee,Waxabajjii 19, 2018 (FMC) –Waancaa Addunyaa 23ffaa taphoota ramaddii marsaa 3ffaan har’a morkiin Noorweey – Faransaay,akkasuma Seeneegaal – Iraaq waliin taasisan ni eegamu.…
Taphoonni marsaa 3ffaa Waancaa Addunyaa har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Waancaa Addunyaa 23ffaan morkiin har’a Siwiizarlaandi Kaanaadaa waliin taasiftu ni eegama.
Waancaa Addunyaa 23ffaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon…
Ingiliiz vs Gaanaa…
Finfinnee,Waxabajjii 16, 2018 (FMC) – Tapha Waancaa Addunyaan har’a morkiin Ingiliiz Gaanaa waliin taasiftu ni eegama.
Tapha kana dursee halkan sa’aatii 2:00 eegalee Poorchugaal…
Joordaan 1 – 2 Aljeeriyaa
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC) - Tapha waancaa Addunyaa 23ffaa ganama kana taphatameen Aljeeriyaan Joordaan injifatte.
Aljeeriyaan galchii 2 fi 1'n Joordaan injifachuun carraa…
Waancaa Addunyaa 23ffaa…
Finfinnee,Waxabajjii 15, 2018 (FMC) – Waancaan Addunyaa 23ffaan Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon waloon qopheessan erga eegalee har’a guyyaa 12ffaa isaati.
Hanga ammaatti taphoonni 40…
Taphoonni Waancaa Addunyaa 23ffaan har’as itti fufuun ni taphatamu
Finfinnee,Waxabajjii 15, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Addunyaa 23ffaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon waloon qopheessan oolmaa guyyaa 12ffaan har’a taphoonni eegaman ni taphatamu.…
Taphoonni Waancaa Addunyaa 23ffaan har’as itti fufuun ni taphatamu
Finfinnee,Waxabajjii 14, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Addunyaa 23ffaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon waloon qopheessan oolmaa guyyaa 11ffaan har’a taphoonni eegaman ni taphatamu.…
Tuuniziyaa 0 – 4 Jaappaan
Finfinnee,Waxabajjii 14, 2018 (FMC) – Tapha Waancaa Addunyaa 23ffaa ganama kana taphatameen Jaappaan Tuuniziyaa injifatte.
Tapha ganama kana sa’aatii 1:00 eegalee taphatameen Jaappaan…