Browsing Category
Ispoortii
Gabreel Maartineelii Al Hilaalitti makame
Finfinnee, Hagayya 28, 2018 (FMC)- Kilabni Sa’uud Arabiyaa Al Hilaal, lammii Biraaziil taphataa sarara fuulduraa Arseenaal Gabreel Maartineelii mallatteesifachuu ifoomseera.
Al Hilaal…
Leenjisaa lammii Afrikaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa keessatti leenjisaa ta’uun seenaa…
Finfinnee, Hagayya 26, 2018 (FMC) – Seenaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa keessatti leenjisaan lammii Afrikaa tokkoollee hin mul'anne ture.
Taphataan duraanii Baarseloonaa fi Maanchistar…
Baarseeloonaan Gabreel Jeesuusiin Arseenaal irraa mallatteessise
Finfinnee, Hagayya 26, 2018( FMC)- Kilabni Ispeen Baarseeloonaan taphataa sarara fuulduraa Biraaziil Gabreel Jeesuusiin Arseenaal irraa mallatteessisuu ifoomseera.
Baarseeloonaan…
Baarkoolaan Liiverpuuliif mallatteesse
Finfinnee, Hagayya 25, 2018 (FMC) – Liiverpuul taphataa sarara fuulduraa Biraandilii Baarkoolaa PSG irraa mallatteessifachuu beeksise.
Lammiin Faransaay kun waggoota shanan itti…
Har’a falmiin Astoon Viilaa fi Arsenaal gidduutti taasifamu ni eegama
Finfinnee, Hagayya 25, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi sagantaa torbee 2ffaan morkiin har’a halkan Astoon Viilaan Arsenaal waliin taasisu ni eegama.
Shaampiyoonaan bara…
Baarseloonaan Gaabri’eel Jiisas Arsenaal irraa mallatteessisuuf waliigaltee irra ga’e
Finfinnee, Hagayya 24, 2018 (FMC) — Kilabni Ispeen Baarseloonaan taphataa sarara fuulduraa Biraazil Gaabri’eel Jiisas, Arsenaal irraa mallatteessisuuf waliigaltee irra ga’eera.…
Maanchister Yuunaayitiid injifannoo isaa jalqabaa milkeessuuf
Finfinnee, Hagayya 24, 2018 (FMC) – Sagantaa Pirimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaan har’a taphoonni afuri ni taphatamu.
Haaluma kanaan galgala sa’aatii 12:30 irratti Maanchister…
Atileet Addisuu Goobanaa Maaraatonni Siidiniitti Riikkardii fooyyessuun injifate
Finfinnee, Hagayya 24, 2018 (FMC)- Atileet Addisuu Goobanaa Maaraatonni Siidiniitti Riikkardii ture fooyyessuun injifateera.
Dorgommii Maaraatoonii marsaa 24ffaaf dorgomame kanaan Atileet…
Tootenhaam yeroo 2ffaaf walitti aansuun injifatame
Finfinnee, Hagayya 23, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi sagantaa torbee 2ffaan Tootenhaam Niwuukaasiliin injifatameera.
Tapha galgala kana sa’aatii 1:30 eegalee taphatameen…
Liiverpuul 2 – 2 Notiingahaam Foresti
Finfinnee, Hagayya 23, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaa har’a taphatameen Liiverpuul Notingahaam Foresti waliin qixa bahe.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii…