Browsing Category
Ispoortii
Dorgommiin biyyaalessaa Leenjii fi Madaallii Ispoortii guddattootaa xumurame
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) - Dorgommiin biyyaalessaa Leenjii fi Madaallii Ispoortii guddattootaa qopheessummaa Ministeera Aadaa fi Ispoortii fi keessummeessummaa Naannoo Oromiyaan…
Morkii har’a Bireentifoord Arsenaal waliin taasisu…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan Arsenaal dursummaa isaa cimsachuuf morkiin Bireentifoordi waliin taasisu hawwiin eegama.
Har’a…
Maanchister Siitiin Fulhaamiin injifate
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Sagantaa tapha Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan Maanchister Siitiin Fulhaamiin 3 fi 0'n injifateera.
Galgala sa'aatii 4 fi 30 irraa…
Tapha Maanchister siitii fi Fulhaam eegamu…
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Sagantaa Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan Maanchister Siitiin morkii waancaaf qabu cimsachuuf har'a ni tapahata.
Siitiiwwan har'a galgala…
Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 26ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 26ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 4:30 eegalee Cheelsii - Liidiis…
Faasiil 0 – 1 Hadiyyaa Hoosaa’inaa
Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Tapha qixxeessituu Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa har’a taphatameen Hadiyyaa Hoosaa’inaan Faasiil injifateera.
Hadiyyaan galchii 1 fi 0’n Faasiil…
Leenjiifi dorgommiin Ispoortii guddattootaa biyyaalessaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 1, 2018 (FMC) – Leenjiifi dorgommiin Ispoortii guddattootaa biyyaalessaa qopheessummaa Naannoo Oromiyaan Magaalaa Adaamaatti gaggeeffamuu eegaleera.
Sagantaan…
Maanchiister Yuunaayitiid 2 – 0 Tootenhaam
Finfinnee, Amajjii 30 , 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiziin Maanchiister Yuunaayitiid Tootenhaam injifate.
Tapha har'a waaree booda sa'aatii 9:30 eegalee taphatameen Maanchiisteer…
Morkiin Maanchiister Yuunaayitiid Tootenhaam waliin Arsenaal immoo Sandarlaandi waliin taasisan ni…
Finfinnee, Amajjii 30, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 25ffaan taphni har'a Maanchiister Yuunaayitiid Tootenhaam waliin, Arsenaal immoo Sandarlaandi waliin taphatan ni…
Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 25ffaan taphni Liiverpuul Maanchiister Siitii keessummeessu ni…
Finfinnee, Amajjii 29, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 25ffaan tapha har’a Liidiis Yuunaayitiid Notiingahaam Foresti keessummeessuun eegalama.
Har’a halkan…