Browsing Category
Ispoortii
Tapha Jaraman fi Kootdiivaar…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018(FMC)- Tapha waancaa Addunyaa ramaddii 2ffaan taphni Jarman fi Kootdiivaar haalaan eegama.
Taphichi Kaanaadaa Istaadiyeemii Tooroontootti galgala sa’aatii…
Guyyaan Piriimeer Liigiin Ingilaandi bara 2026/27 itti eegalu ifoome
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2018 (FMC) – Guyyaan taphoonni Piriimeer Liigiin Ingilaandi bara 2026/27 itti eegalu ifoomeera.
Haaluma kanaa taphni torbee jalqabaa bara Faranjootaa Hagayya 21,…
Waancaa Addunyaan taphoonni marsaa 2ffaa har’a itti fufuun ni taphatamu
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2018 (FMC) – Taphoota marsaa 2ffaa Waancaa Addunyaa 23ffaan har’a Ameerikaan Awustiraaliyaa waliin morkatti.
Tapha marsaa jalqabaan Paaraaguwaay galchii 4 fi 1’n…
Bernaardoo Siilvaan Riyaa Maadriidiif mallatteesse
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Lammiin Poorchugaal taphataan sarara gidduu Bernaardoo Siilvaan Riyaa Maadriidiif mallatteesseera.
Waggoottaan darban Maanchister Siitii keessatti…
Waancaa Addunyaan morkiin har’a Poorchugaal DR Koongoo waliin taasiftu ni eegama
Finfinnee,Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Waancaa Addunyaa 23ffaan morkiin har’a Poorchugaal, DR Koongoo, Ingilaandii ammoo Kirooshiyaa waliin taasisan ni eegamu.
Galgala sa’aatii 2:00…
Tuniziyaan leenjisaa haaraa muudde
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2018 (FMC) – Tapha Waancaa Addunyaa irratti hirmaachaa kan jirtu Tuniziyaan tapha jalqabaa ramaddii ishee keessaatti taphatte waan mo'amteef leenjisaa haaraa…
Tapha Faransaay fi Seeneegaal…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2018(FMC)- Tapha waancaa Addunyaa bara 2026 qopheessummaa Ameerikaa, Meeksiikoofi Kaanaadaan gaggeeffamaa jiruun guyyaa har’aas taphoonni marsaa jalqabaa itti…
Tapha Ispeen fi Keeppi Verdee…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2018(FMC)- Taphoonni marsaa jalqabaa waancaa addunyaa guyyaa har’aas itti fufanii ni taphatamu.
Ramaddii 8 irraa Ispeen fi yeroo jalqabaaf waancaa addunyaa…
Atileet Maammoo Hacaaluu fi Maahileet Kaasaahun Fiigicha Guddicha Boqojjii injifatan
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2018(FMC) - Dorgommii fiigicha KM 12 yeroo 5ffaaf Boqojjiitti dorgomame dhiiraan atileet Maammoo Hacaaluu Ijaarsa Oromiyaa irraa injifateera.
Atileet Amaan…
Taphataa Garee Biyyaalessaa Kaanaadaa dhalootaan Itiyoophiyaa Alii Ahimad…
Finfinnee,Waxabajjii 6, 2018 (FMC) – Taphataan Kilaba Noorwiich Siitii Alii Ahimad Waancaa Addunyaa 23ffaarratti Garee Biyyaalessaa Kaanaadaaf taphataa jira.
Alii Ahimad Magaalaa…