Browsing Category
Ispoortii
Kiristaal Paalaas Vs Maanchistar Siitii
Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC) –Tapha Piriimer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan har’a galgala Kiristaal Paalaas fi Maanchistar Siitiin ni taphatu.
Taphichi galgala sa’aatii 4:00 irraa…
Bu’uuraaleen misoomaa Ispoortii mijatoon waan hojjetamaniif gosoonni Ispoortii garaagaraa…
Finfinnee, Hagayya 21, 2018 (FMC)- Magaalaa Finfinneetti bu’uuraaleen misoomaa Ispoortii mijatoon waan hojjetamaniif gosoonni Ispoortii garaagaraa gaggeeffamaa jiru jedhan kantiibaan…
Atileet Yoomiif Qajeelchaa fi Foteen Tasfaay simannaa hoo’aan simataman
Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) — Dorgommii walakkaa maaraatoonii Arjentiinaa, magaalaa Bonas Ayresitti gaggeeffameen, atileetota dhiiraa keessaa rikordii addunyaa haaraa kan galmeesse…
Itiyoophiyaan guyyaa jalqabaa Tapha Dargaggootaa ‘ANOCA’ Zoonii 5ffaa irratti madaaliyaa warqee 4…
Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) – Keeniyaan keessummeessaa kan jirtu Tapha Dargaggootaa ‘ANOCA’ Zoonii 5ffaa bara 2026 irratti, guyyaa jalqabaa Itiyoophiyaan madaaliyaa warqee 4 argatte.…
Cheelsiin Fulhaam injifate
Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) — Liigii Piriimarii Ingilaandi torban jalqabaa irratti, Cheelsiin Fulhaam 3–2n mo’achuun bara haaraa injifannoon jalqabeera.
Goolota Cheelsiif Joo Pedro,…
Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 2028 keessummeessuuf CAF’f gaaffii dhiyeessite
Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa bara 2028 keessummeessuuf sanada gaaffii dhiyeessite Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa (CAF)’f galchite.…
Atileet Yoomif Qajeelchaa simannaa kabajaan simatame
Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) - Atileet Yoomiif Qajeelchaa Istaadiyeemii Riivart Pileet, ‘Eel Moonumentaal’ jedhamutti addatti simannaa kabajaan simatameera.
Atileet Yoomif…
Cheelsii vs Fuulhaam…
Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) - Piriimeer Liigii Ingiliiz bara dorgommii 2026/27 torbee jalqabaan cheelsiin dirree isaan ala imaluun Fuulhaam waliin eegala.
Kilaboonni lamaan yeroo…
Maanchister Siitii 2- 1 Boornimaawuz
Finfinnee, Hagayya 17, 2018 (FMC)- Tapha torbee jalqabaa Piriimer Liigii Ingilaandiin Maanchister Siitiin Boornimaawuziin galchii 2 fi 1 injifateera.
Tapha biraan shaampiyoonaan liigii…
Atileet Yoomiif Kajeelchaa dorgommii fiigicha walakkaa maaraatooniin riikardii haaraa galmeessise
Finfinnee, Hagayya 17, 2018(FMC)- Atileet Yoomiif Kajeelchaa dorgommii fiigicha walakkaa maaraatoonii Arjentiinaa Boonas Ayirasitti dorgomame injifateera.
Atileet Yoomiif Qajeelchaa…