Browsing Category
Ispoortii
Fiigicha daandirraa dhuma torbee kanaa fiiggamaniin Atileetootni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC) – Fiigicha daandirraa dhuma torbee kanaa biyyoota adda addaatti fiiggamaniin Atileetootni Itiyoophiyaa injifatan.
Fiigicha Maaraatoonii Chaayinaa…
Itiyoophiyaan Ruwaandaa goolii 2 fi 0 injifatte
Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC)- Tapha Gulaallii jalqabaa Waancaa Bahaa fi Giddugaleessaa Afrikaa umrii waggaa 17 gadiin Itiyoophiyaan Ruwaandaa goolii 2 fi 0 injifatteerti.
Daawwit…
Tapha gulaallii Seekaafaa kallattiin Faanaa + siin
Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC) –Tapha Gulaallii jalqabaa Waancaa Bahaa fi Giddugaleessaa Afrikaa umrii waggaa 17 gadii Itiyoophiyaan Ruwaandaa waliin taphattu Faanaa ‘Plus’ kallattiin…
Tapha gulaallii Waancaa CECAFA umrii waggaa 17 gadii Faanaa + siin
Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC) – Tapha Gulaallii jalqabaa Waancaa Afrikaa Bahaa fi Giddugaleessaa umrii waggaa 17 gadii Itiyoophiyaan Ruwaandaa waliin taphattu Faanaa Plus kallattiin…
Kiiliyaam Mbaapeen miidhaa isa mudate hordofee gara Maadriiditti deebi’e
Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC) – Darggeessi umrii waggaa 26 taphataan sarara fuuldaraa Faransaay Mbaapeen miidhama isa mudate hordofee gara Riyaal Maadriiditti deebi’eera.
Tapha…
Shaggar 2 – 1 Dirre Dhawaa
Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa dubartootaa torbee 6ffaan Shaggar Dirre Dhawaa injifate.
Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Shaggar galchii 2 fi…
Maanchiister Siitii 3 – 0 Liiverpuul
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2018 (FMC) – Morkii cimaan torbee 11ffaa olaantummaa Maanchiister Siitiin xumurame.
Maanchiister Siitiin galchii 3 fi 0'n Liiverpuul injifachuun sadarkaa isaa…
Morkii cimaa torbee kanaa Maachiister Siitii vs Liiverpuul…
Finfinnee, Onkoloolessa 30, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 11ffaan taphni Maanchiister Siitiin Liiverpuul keessummeessu xiyyeeffannoo argateera.
Har'a waaree booda…
Cheelsii 3-0 Walvis
Finfinnee, Onkoloolessa 30, 2018 (FMC) - Piriimiyar Liigii Ingiliz torbee 11ffaan Chelsiin Walvisiin 3 fi 0'n injifateera.
Maaloo Guutoo, Zyo'aawoo Peediroo fi Peediroo Neetoo…
Itiyoo Elektiriik 0 – 0 Nageellee Arsii
Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 5ffaan taphni Itiyoo Elektiriik fi Nageellee Arsii gidduutti taphatame galchii malee xumurame.…