Browsing Category
Ispoortii
Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Tookiyoo gahe
Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Imaltoonni jalqabaa jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa irratti hirmaatu Jaappaan Magaalaa Tookiyoo gaheera.…
Seeraaliyoon 2 – 0 Itiyoophiyaa
Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gita isaa Seeraaliyooniin injifatame.
Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaa marsaa 8ffaa har’a waaree booda…
Waaliyaawwan har’a Seeraaliyoon waliin taphatu
Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Seeraaliyoon waliin tapha gullaallii Waancaa Addunyaa marsaa 8ffaa ni taphata.…
Federeeshinichi FIFA’f komii dhiyeesse
Finfinnee, Qaammee 3, 2017 (FMC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa Itiyoophiyaan Ijipti waliin taphatteen walqabatee FIFA’f komii dhiyeesseera.…
Kaayirootti ifee kan mul’ate Abbubakar Nuuraa
Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Karra Eegaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Abbubakar Nuuraan ga'umsa olaanaa gulaallii Waancaa Addunyaarratti mul'iseen dinqisiiffannaa…
Jila Atileetiksii Itiyoophiyaaf gaggeessaan taasifame
Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Jila Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Jaappaan Tookiyootti gaggeeffamurratti hirmaatuuf gaggeessaan taasifameera.…
Ijipti 2 – 0 Itiyoophiyaa
Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) –Taphni gulaallii Waancaa Addunyaa Ijiptii fi Itiyoophiyaa gidduutti taphatame olaantummaa Ijiptiin xumurame.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ijipti…
Gareen Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Ijipti waliin taphata
Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har'a tapha marsaa 7ffaa gulaallii Waancaa Addunyaa gita isaa Ijipti waliin taphata.
Biyyootni lamaan…
Atileet Taadduu Abaataa dorgommii fiigicha maaraatoonii Meeksiikoo injifate
Finfinnee, Hagayya 25, 2017 (FMC) – Atileet Taadduu Abaataa dorgommii fiigicha maaraatoonii dhiirotaa Meeksiikootti gaggeeffame injifateera.
Atileet Taadduu Abaataa dorgommicha sa’aatii 2…
Har’a morkiin Liiverpuulii fi Arsenaal gidduutti gaggeeffamu ni eegama
Finfinnee, Hagayya 25, 2017 (FMC) –Tapha guddaa torbee 3ffaa Piriimeer Liigii Ingiliiz kan jedhame morkiin har'a Liiverpuulii fi Arsenaal gidduutti gaggeeffamu xiyyeeffannoo argateera.…