Browsing Category
Ispoortii
Shaampiyoonaan tapha Kubbaa Miilaa Magaalota godina Jimmaa eegale
Finfinnee,Waxabajjii 6, 2018 (FMC) – Godina Jimmaatti Shaampiyoonaan tapha Kubbaa Miilaa bulchiinsa magaaloota 33 hirmaachise eegalameera.
Itti gaafatamaan Waajjira Dargaggoofi Ispoortii…
Waancaa Addunyaan har’a taphoonni lama ni taphatamu
Finfinnee,Waxabajjii 6, 2018 (FMC) –Waancaa Addunyaa 23ffaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon waloon qopheessan oolmaa guyyaa 3ffaan har’a taphoonni lama ni taphatamu.
Halkan sa’aatii…
Waancaa Addunyaan har’a Kaanaadaan Boosiniyaa waliin taphatti
Finfinnee,Waxabajjii 5, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Addunyaa 23ffaan oolmaa guyyaa 2ffaan har’a Kaanaadaan Boosiniyaa waliin taphatti.
Taphni kun har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee…
Oomaar Artaan tapha xumuraa Waancaa suuppar Kaappii Awurooppaa akka taphachiisu filatame
Finfinnee,Waxabajjii 4, 2018 (FMC) – Lammiin Somaaliyaa gara Ameerikaa akka hin seenne dhorkame Abbaan murtii kubbaa miilaa Oomaar Artaan tapha xumuraa Waancaa suuppar Kaappii Awurooppaa…
Waancaan Addunyaa 23ffaan har’a eegala
Finfinnee,Waxabajjii 4, 2018 (FMC) – Waancaan Addunyaa 23ffaan qopheessummaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon gaggeeffamu har’a halkan sa’aatii 4:00 jalqabee taphatama.
Waancaa yeroo…
Abbaa fi ilma waancaa addunyaa irratti
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018 (FMC) – Liiliyaan Turaam fi Maarkas Turaam abbaa fi ilma yeroo addaddaatti garee biyyaalessaa Faransaay bakka bu'uun tapha Waancaa Addunyaa irratti taphatanii…
Abbaaf ilma biyyoota garaagaraa bakka bu’uun Waancaa Addunyaarratti hirmaatan
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Luukaa Zidaan Aljeeriyaa bakka bu’uun waancaa Addunyaa 2026 biyyoonni Kaaba Ameerikaa waloon qopheessanirratti ni hirmaata.
Abbaan isaa Ziinaddiin…
Obbolaa lamaan Tiyoo fi Lukaas Hernandeez garee biyaalessaa Faransaay keessatti
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Lukaas Hernandeez fi Tiyoo Hernandeez obbolaa kilaboota Awurooppaa fi garee biyyaalessaa Faransaay keessatti milkaa'an keessaa isaan adda dureedha.…
Atileet Geetaachoo Maasrashaafi Atileet Massalach Alamaayyoo dorgommii walakkaa Maaraatoonii…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2018 (FMC) – Atileet Geetaachoo Maasrashaafi Atileet Massalach Alamaayyoo dorgommii walakkaa Maaraatoonii Itiyoophiyaa 19ffaa Finfinneetti gaggeeffame injifataniiru.…
Fiigicha walakkaa Maaraatoonii Atileetoota 638 hirmaachisu…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2018 (FMC) – Fiigichi walakkaa Maaraatoonii Itiyoophiyaa 19ffaan Atileetoota 638 hirmaachisu guyyaa boruu Finfinneetti gaggeeffama.
Fiigicha ka’umsaa fi xumura isaa…