Browsing Category
Ispoortii
Shaampiyoon shippii kilaboota Ingilaandiin har’a taphoonni murteessoon ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) –Shaampiyoon shippii kilaboota Ingilaandi torbee 44ffaan har'a taphoonni murteessoon kilaboota ol guddachuu danda'an adda baasan ni taphatamu.
Kilabootni 24…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Galaan Gimbii injifate
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 16ffaa har’a waaree dura sa’aatii 4:00 irraa eegalee taphatameen Galaan Gimbii injifateera.
Kutaan Magaalaa…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan Adaamaan injifatame
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaa har’a taphatameen Adaamaan Machaaliin injifatameera.
Tapha har’a waaree dura sa’aati 3:30 eegalee…
Bunni Sidaamaa Buna Itiyoophiyaa injifate
Finfinnee, Ebla 12, 2017( FMC)- Tapha Piriimar Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan Bunni Sidaamaa Buna Itiyoophiyaa goolii 1 fi 0 injifate.
Tapha sa’aatii 9:00 irratti istaadiyeemii…
Piriimar Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 12, 2017(FMC)- Tapaha Piriimar Liigii Ingilaandi torbee 33ffaan guyyaa har’aa taphoonni 4 ni taphatamu.
Waaree booda sa’aatii 10:00 irratti istaadiyeemii Kiraavaankooteej…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Gullisoon Gimbii injifachuun liigicha dursuu eegale
Finfinnee, Ebla 11, 2017(FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 15ffaa har’a taphatameen Kilabni Bulchiinsa Magaalaa Gullisoo magaalaa Gimbii injifachuun liigicha dursuu eegaleera.…
Shaampiyoonaan tapha guutuu Ispoortii Magaalaa Shaggar 2ffaan olaantummaa Laga Xaafoo Laga Daadhiin…
Finfinnee, Ebla 11, 2017(FMC) – Shaampiyoonaan tapha guutuu Ispoortii Magaalaa Shaggar marsaa 2ffaan kutaa magaalaa Sabbataatti gaggeeffamaa ture olaantummaa kutaa magaalaa Laga Xaafoo Laga…
Har’a taphoonni Eevartan Maanchiister Siitii, Astoon Viilaan ammoo Niwuukaasiil keessummeessan…
Finfinnee, Ebla 11, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 33ffaan taphni har'a Eevartan Maanchiister Siitii, Astoon Viilaan ammoo Niwuukaasiil keessummeessan hawwiin…
Negellee Arsiin Piriimeer Liigii Itiyoophiyaatti guddate
Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Taphoota liigii Olaanoo Itiyoophiyaa keessatti hirmaachaa kan jiru Kilabni Kubbaa Miilaa Negellee Arsiin Piriimeer Liigii Itiyoophiyaatti guddachuu…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Yuuniversiitiin Dambi Doolloo Sabbataa injifate
Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 15ffaa har’a waaree dura taphatameen Yuuniversiitiin Dambi Doolloo Sabbataa injifateera.
Yuuniversiitiin Dambi…