Ameerikaan 5G Huwaawee fayyadamuun maraatudha jechuun Biritaaniyaa akeekkachiifte
Finfinnee, Amajjii, 6, 2012 (FBC) – Ameerikaan neetwoorkii dhaloota shanaffaa (5G) Huwaawee fayyadamuun maraatudha jechuun Biritaaniyaa akeekkachiifte.
Ameerikaan tajaajila dhaabbilee…
Teeknooloojiin sakandii kudhanitti ilkaan qulqulleessu ifoome
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Teeknooloojiin sakandii kudhanitti ilkaan qulqulleessu ifoome.
Waggaa darbe dhaabbanni oomisha Y-Brush jedhamu rigaa ilkaanii adda ta’e oomisha haaraa…
Feesbuukii fi Inistaagiraamiin odeeffannoowwanii fi yaadota Jeneraal Suleemaanii deeggaran fuularraa…
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Feesbuukii fi Inistaagiraamiin odeeffannoowwanii fi yaadoota Ameerikaan ajjeefamuu Jeneraal Suleemaanii deeggeran fuularraa haqaa jiru.
Marsariitiiwwan…
Barattoota Yuunvarsiitii fi eebbifamtoota teeknooloojii Appiliikeeshinii sooftiweerii irratti…
Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Barattoota Yuunvarsiitii fi eebbifamtoota teeknooloojii Appiliikeeshinii sooftiweerii irratti leenjisuun hojiitti galchuuf hojjetamaa jira.
Ministir…
Akkawuntootni Feesbuukii sobaa suuraa fuula namoota lafarratti hin uumamne fayyadamaa akka jiran…
Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Akkawuntootni Feesbuukii sobaa suuraa fuula namoota lafarratti hin uumamne fayyadamaa akka jiran dhaga’ame.
Suuraa fuula namoota lafarratti hin uumamne…
Qorattoonni Chaayinaa mala wayita hoo’a olaanaa haala xiyyaarotaa hordofu ifoomsan
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) – Qorattoonni Chaayinaa mala wayita hoo’a olaanaa haala xiyyaarotaa hordofu ifoomsan
Teeknooloojii haaraan kun xiyyaaronni wayita hoo’a digrii…
Iityoo-Teeleekoom miidhaa bu’ura misoomaatin Birrii miiliyoona 100 kassare
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) – Iityoo -Teeleekoom miidhaa bu’uraalee misoomaa irra ga’een ji’oottan 6n darbanitti Birrii miiliyoona 100 dhabuu isaa beeksiseera.
Bu’uura misoomaa 547…
Biskileettin elektiriikaa bishaanirra imaltu gabaarra oolte
Finfinnee, muddee 29, 2012 (FBC) – Biskileettiin humna elektiriikaan hojjetuu fi bishaanirra imaluu dandeessu gabaarra oolte.
Dhaabbanni Niiwzilaand Maantaa 5 jedhamu biskileettii XE 1…
Motummaa Awustaraaliya irratti haleellaan saayiberii cimaan qaqqabu himame
Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) - Motummaa Awustaraaliya irratti haleellaan saayiberii cimaan qaqqabu himame.
Waajjira Ministeera Dhimma Ala Awustaraaliya irratti haleellaan saayiberi…
Googl teeknooloojii kaansarii harmaa qoratu ifoomse
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Googl teeknooloojii kaansarii harmaa qoratu kalaquu beeksise.
Teeknooloojii namtolcheen kun ogeessota fayyaarra dandeettii adda baasuu akka qabu…