Browsing Category
Uncategorized
Itiyoo- Telekoom lakkoofsa maamiltoota isaa gara miiliyoona 88’tti guddisuuf karoorse
Finfinnee, Hagayya 20, 2017(FMC)- Itiyoo- Telekoom bara baajataa kanatti lakkoofsa maamiltoota isaa miiliyoona 83 fi kuma 200 irraa gara miiliyoona 88'tti guddisuuf karoorse.
Dhaabbatichi…
Ganamaa eegalee hanga ammaatti Biqiltuuwwan miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 3 dhaabaman
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Sagantaa Dhaabbii Biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti biqiltuuwwan miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 3 dhaabaman.
Namoonni…
Magaalichaatti bara baajataa 2017 Piroojektoonni barnootaa 150 Birrii biiliyoona 5.2 ijaaraman…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti bara baajataa 2017 Piroojektoonni barnootaa 150 Birrii biiliyoona 5.2 ijaaraman tajaajilaaf banaa ta’an jedhe bulchiinsi…
Gamaaggamni Karoora misooma biyyaalessaa bara 2018 eegalame
Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Gamaaggamni Karoora misooma biyyaalessaa bara 2018 bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffamuu eegale.
Ministeera…
Raafiinii, taphataa cimaa Laaliigaa Ispeen bara kanaa
Finfinnee, Caamsaa 29, 2017 (FMC) - Taphataan fuulduraa garee Kaataaloon fi lammiin Biraazil Rafiinihaa taphataa cimaa Laaliigaa Ispeen bara 2024/25 ta’uun filatameera.
Rafiinihaan bara…
Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Arafaa 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Arafaa( Iid Al Adahaa) 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan.
Duudhaaleen lama…
Afrikaatti hiyyummaa fi hojii dhabdummaa hir’isuuf murannoo qabatamaatu barbaachisa – Af…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC ) - Afrikaatti hiyyummaa, hoji dhabdummaa fi loogummaa hir'isuuf biyyootarraa murannoo qabatamaa fi tumsi cimaan kan barbaachisu ta'uu Afyaa’iin Mana Maree…
Birrii biliyoona 2 ol qisaasama irraa baraaruun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2017 (FMC) - Hojii ittisa malaamaltummaa ariifataan qabeenya uummataa fi moorummaa birrii biliyoona 2 ol qisaasama irraa baraaruun akka danda'ame Komiishiniin…
Ajajni Lixaa hojiiwwan nageenyaa fi misooma biyyaa keessatti gahee leencaa bahachuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2017 (FMC) –Raayyaa Ittisa Biyyaatti Hundeeffamni waggaa 47ffaa Ajaja Lixaa magaalaa Naqamteetti taa’ameera.
Marii Paanaalii kanaan Raayyaa Ittisa…
Ayyaanni yaadannoo Fannoo Iyyesuus Kiristoota hordoftoota amantaa Gamtaa Waldaalee Kiristiyaanaa…
Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Ayyaanni yaadannoo Fannoo Iyyesuus Kiristoota hordoftoota amantaa Gamtaa Waldaalee Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa biratti kabajamaa sagantaalee adda addaan…