Browsing Category
Uncategorized
Hidha Haaromsaaf Doolaarri miiliyoonni 1 fi kumni dhibbi 7 fi kumni 57 ol walitti qabame
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Hawaasni Diyaaspooraa Ameerikaatti argamanirraa Hidha Haaromsaaf Doolaarri miiliyoonni 1 fi kumni dhibbi 7 fi kumni 57 ol walitti qabuu ibsame.…
Dargaggoonni magaalichaa waamicha biyyaaf deebii akka laatan gaafatame
Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Dargaggoonni magaalaa Finfinnee akkuma dargaggootaa naannolee biroo waamicha biyyaaf deebii akka laatan Itti Aantuun Kaantibaa magaalaa…
Filannoo nagaa fi haqa qabeessa geggeessuun adeemsa Diimokiraasii cimsuu keessatti ga’ee olaanaa…
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Filannoo nagaa fi haqa qabeessa geggeessuun adeemsa Diimokiraasii cimsuu keessatti ga’ee olaanaa qabaachuu Hayyoonni marii Gumii Balal…
Imalli Miiltoo Faanaa waggaa 1ffaan kabajame
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2013 (FBC) – Miiltoon Faanaa daawwattoota isaa waliin tarkaanfachuu erga eegalee har'a waggaa 1 lakkoofsiseera.
Miiltoon Faanaa, Waggaa 1ffaan…
Waxabajjiin 14,2013 Ityoophiyaaf seenaa qabeessa – Dooktar Abiy
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) – Waxabajjiin 14,2013 Ityoophiyaaf seenaa qabeessa ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.
Biyya keenyatti…
Deeggarsa namoomaa naannoo Tigraay saffisiisuuf qaamolee nageenyaa waliin xiyyeeffannoon hojjatamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) - Ajejaan Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Jeneraal Birihaanuu Juulaan hoggantoota Sagantaa nyaataa Addunyaa waliin waajjira isaaniitti mari'ataniiru.
Gorsaa…
Filannoo biyyoolessaa marsaa 6ffaa rakkoo nageenyaa tokko malee akka xumuramuuf qophiin taasifamuu…
Finfinnee, Wixabjjii 7, 2013 (FBC)- Torbee har’a kan gaggeeffamuu Filannoo biyyoolessaa marsaa 6ffaa rakkoo nageenyaa tokko malee akka xumuramuuf qophiin taasifamuu ibsameera.
Filannichi…
Manni maree bakka bu’oota ummataa yaa’ii idilee boru gaggeessa
Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) - Manni maree bakka bu'oota ummataa bara hojii waggaa 6ffaa yaa'ii idilee 13ffaa guyyaa boru gaggeessa.
Manni marichaa ABUT fi Shaneen…
Aadde Adaanach kutaa magaalaa Araadaatti gidduugala nyaataa eebbisiisaniiru
Finfinnee, Eebila 24, 2013 (FBC) - Itti aantuu Kaantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Araadaatti Galma giddugala nyaataa 'Tasfaa Birihaan' eebbisiisaniiru.…
Ityoophiyaatti Manni Maree qulqullina barnoota olaanoo hundaa’e
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) - Ityoophiyaatti Manni Maree qulqullina barnoota olaanoo har’a ifatti hundaa’uu ibsame.
Sagantaa hundeeffama mana…