Browsing Category
Idil Addunyaa
Magaalaa Teeksaasitti shakkamaan umrii waggaa 18 dhukaasa baneen daa’imman 19 fi ga’eessota 2…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Ameerikaa magaalaa Teeksaasitti shakkamaan umrii waggaa 18 dhukaasa baneen daa’imman 19 fi ga’eessota 2 ajjeesuu gabaafameera.
Shakkamichi dhukaasa…
Chaayinaa fi Raashiyaan shaakkala waraanaa waliinii jalqabaa eegalan
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Chaayinaa fi Raashiyaan erga weerara Yuukreenii as yeroo jalqabatiif shaakkala waraanaa waliinii taasisuu Ministeerri Raayyaa Ittisaa…
Preezdaanti Siiriil Raamaafoosaan akkaataa ilaalcha sanyummaa ittisuun danda’amurratti…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Siiriil Raamaafoosaan dhiibbaa sanyummaa hambisuun kan danda’amu ilaalcha namaa ijijjiiruun qofa osoo hin taane…
Moorokoon shakkamtoota dhibee Maariyyee Jaldeessaa 3 argachuu ibsite
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Moorokootti shakkamtoonni dhibee Maariyyee Jaldeessaa 3 argamuu Ministeerri Fayyaa biyyattii beeksise.
Shakkatoonni kunneen yeroo ammaa…
Chaayinaan Taayiwaan humnaan qabachuuf yoo yaalte, Ameerikaan humna waraanaa fayyadamti –…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) –Chaayinaan odola Taayiwaan humnaan dhuunfachuuf yoo yaalte, Ameerikaan kallattiin humna waraanaa ishee fayyadamuuf qophii ta’uu preezdaantiin…
Itti aanaa Ajajaan Eegdoota Warraaqsa Islaamaa Iraan hidhattootan ajjeefaman
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Itti aanaa Ajajaan Eegdoota Warraaqsa Islaamaa Iraan Kolooneel Sa’iid Hadiin mana jireenyaa isaanii keessatti hidhattootan ajjeefamuu…
Raashiyaan Ameerikaanoonni 963 fi lammiileen Kaanaadaa 26 gara biyya ishee akka hin seenne dhorkite
Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Raashiyaan Ameerikaanoonni 963 fi lammiileen Kaanaadaa 26 gara biyya ishee akka hin seenne qoqqoobbii irra keesse.
Preezdaantiin Ameerikaa Joo…
Baankiin Misooma Afrikaa hanqina midhaan nyaataa ittisuuf kan oolu Doolaara biiliyoona 1.5…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) - Baankiin Misooma Afrikaa hanqina midhaan nyaataa ittisuuf kan oolu Doolaara biiliyoona 1.5 raggaasiseera.
Hanqina dhiyeessii sababa waraana…
Raashiyaan magaalaa Yukreen Maaripool jedhamtu guutummaatti to’atte
Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) –Loltoonni Raashiyaa magaalaa buufata doonii Yukreen Maaripol jedhamtu guutummaatti to’achuu Ministeerri Raayyaa Ittisaa Raashiyaa beeksise.…
Biyyoonni miseensa Biriiksi(BRICS) yaadota walitti bu’iinsa kakaasan irraa of qusachuu qabu – Shii…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Chaayinaa Shii Zhiipiing, biyyoonni miseensa Biriiksi(BRICS) yaadota walitti bu’iinsa kakaasan keessaa ba’uun nageenyaa fi…