Browsing Category
Idil Addunyaa
Awustiraaliyaan waggoota 41 booda daballii gatii olaanaa keessummeessite
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)- Awustiraaliyaan erga bara Faranjoota 1981 as daballii gatii olaanaa mudatee hin beekne keessummeessuushee Biiroon Istaatiistiks biyyattii ibseera.…
Tiriipooliin dhukaasa garee hidhattootaan banameen jeeqamuu gabaafame
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Liibiyaatti qocolloo aangoon walqabatee uumameen humnoonni hidhatan magaalaa Triipoolitti dhukaasa banuu paarlaamaan biyyattii beeksiseera.
Ajajaan…
Yaa’iin magaalota Afrikaa Keeniyaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Yaa’iin magaalota Afrikaa Keeniyaa magaalaa Kiisuumootti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Yaa’ichi rakkoolee sababa jijjiirama qilleensaan magaalota…
Eelsaabeet Boorn muummee ministiraa dubaraa Faransaay jalqabaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Eelsaabeet Boorn waggoottan 30 keessatti muummee ministiraa dubaraa Faransaay jalqabaa ta’uun Preezdaantii biyyattii Imaanu’eel Maakrooniin muudamuu…
Gamtaan Awurooppaa dhaabbileen Raashiyaarraa Gaazii bituu akka itti fufan karoora dhiyaaterratti…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Biyyoonni Miseensa Gamtaa Awurooppaa qoqqoobbii Raashiyaarra kaa’aan haala hin faallessineen dhaabbileen biyyattiirraa Gaazii bituu akka itti fufan…
Hasan Sheek Mahaammad Preezdaantii Somaaliyaa ta’uun filataman
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Filannoo Preezdaantummaa guyyaa kaleessaa gaggeeffameen Hasan Sheek Mahaammad Preezdaantii Somaaliyaa ta'uun filatamaniiru.
Paarlaamaan Somaaliyaa Hasan…
Somaaliyaatti Filannoon Preezdaantummaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Somaaliyaatti Filannoon Preezdaantummaa gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Filannichaaf Preezdaantii biyyattii Mahaammad Abdullaahii Faarmaajoo dabalatee…
Fiinlaand miseensa NATO ta’uuf murteessite
Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Fiinlaand NATOtti makamuuf murteessuu ishee ifatti beeksiifte.
Preezdaantiin biyyattii Saawulii Niiniistoon walga'ii kaabinoota isaanii waliin…
Preezdaantiin Emmireetoota Araba Gamtoomanii boqotan
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Emmireetoota Araba Gamtoomanii Sheek Kalifaa Bin Zaayid Al Nahyaan du'aan addunyaa kanarraa boqotaniiru.
Preezdaantichi dhibee irra…
Fiinlaand miseensa NATO kan taatu yoo ta’e tarkaanfii duubdeebii irratti kan fudhattu ta’uu…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Fiinlaand tattaaffii miseensa NATO ta’uuf taasistu kan itti fuftu yoo ta’e tarkaanfii duubdeebii irratti kan fudhattu ta’uu Raashiyaan beeksisteerti.…