Browsing Category
Idil Addunyaa
Hoggantoonni Somaaliyaa adeemsa filannoo biyyichaaf xumura akka barbaadan gaafataman
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Somaaliyaa mariin adeemsa filannoo biyyichaaf xumura akka barbaadan dhaabbileen idil addunyaa gaafatan.
Teessoon Mana Maree Bakka…
Afrikaatti lammiileen miiliyoonni 346 beela hamaaf saaxilamuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Afrikaatti lammiileen miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 46 beela hamaaf saaxilamuu Waldaan Fannoo Diimaa Idil Addunyaa ibse.
Walitti bu’iinsi,…
Gamtaan Awurooppaa qorattoota yakka waraanaa gara Yuukreenitti erguuf ta’uu gabaafame
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa yakka waraanaa magaalaa Buuchaatti raawwate qorachuuf garee qorattoota yakka waraanaa gara Yuukreenitti erguuf ta’uu gabaafameera.…
Bidiruun namoota 90 ol feetee imalaa turte Galaana Meeditraaniyaanii keessatti dhidhimte
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Bidiruun godaantota 90 ol feetee imalaa turte Galaana Meeditraaniyaanii keessatti dhidhimuun dhaga’ame.
Bidiruttiin godaantota Liibiyaarraa gara…
Raashiyaan biyyoota idaa isaanii Ruubiliin kaffaluu qaban Diina jechuun moggaaste ifoomsite
Finfinnee, Bitootessa 25, 2014 (FBC) – Raashiyaan biyyoota idaa isaanii Ruubiliin kaffaluu qaban Diina jechuun moggaafte ifoomsiteerti.
Raashiyaan biyyoota Awurooppaa 27 dabalatee…
Yuukreen ifatti Diina Raashiyaa ta’uu ishee agarsiifte – Diimitirii Peeskoov
Finfinnee, Bitootessa 25, 2014 (FBC) – Yuukreen Diina Raashiyaa bara dheeraa ta'uu ishee ifatti agarsiifte jedhan Dubbii Himaan Kireemliin Diimitirii Peeskoov.
Yuukreen nageenyaa fi…
Biriitaaniyaan oomishaalee sibiilaa Raashiyaatii galan irra dhorkii keesse
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Biriitaaniyaan oomishaalee sibiilaa Raashiyaatii galan irra dhorkii kaa’uu ishee beeksisteetti.
Dhaabbanni dhiyeessi sibiiloota Landaan (LMI) akka…
Ityoophiyaan yaa’ii Mana Maree Paarlaamaa biyyoota Afrikaa, Kaariibiyaanii fi Paasiifik…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan yaa'ii Mana Maree Paarlaamaa biyyoota Afrikaa, Kaariibiyaanii fi Paasiifik 60ffaarratti hirmaachaa jiraachuu ibsame.
Ityoophiyaan…
Raashiyaan hoggantoota Gamtaa Awurooppaarra qoqqobbii keesse
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) –Hoggantoonni Gamtaa Awurooppaa gara Raashiyaa akka hin seenne dhorkamuu Ministeerri Dhimma Alaa Raashiyaa beeksise.
Qoqqobbiin hoggantoota…
Manni Maree Nageenyaa Somaaliyaatti humni nagaa kabachiisaa haaraan akka bobba’u murteesse
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Somaaliyaatti humni nagaa kabachiisaa haaraan akka bobba'u murteesse.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Manni Maree…