Browsing Category
Idil Addunyaa
Bittaa fi gurgurtaan meeshaa waraanaa idil addunyaa Tiiriyoona 2 darbe
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC)- Biyyoonni idil addunyaa humna waraanaa ijaaruuf baasii kan taasisaan bittaa fi gurgurtaan meeshaa waraanaa bara Faranjoota 2021 rikkardii haaraa…
Ameerikaan deeggarsa meeshaalee waraanaa Yuukreeniif taasiftu dhaabuu qabdi – Raashiyaa
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC) – Ameerikaan deeggarsa meeshaalee waraanaa Yuukreeniif taasiiftu akka dhaabdu Raashiyaan akeekkachiifteerti.
Ameerikaan meeshaalee…
Barreessaa Olaanaan DhMG Antooniyoo Guutareez hoggantoota Raashiyaa fi Yuukreen waliin mari’achuuf…
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC)- Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez hoggantoota Raashiyaa fi Yuukreen waliin mari’achuuf ta’uu gabaafameera.…
Hoggantoonni biyyoota Baha Afrikaa humna waraanaa Riippaabilika Diimokraatawaa Koongootti bobbaasuuf…
Finfinnee, Eebila 14, 2014 (FBC) – Hoggantoonni biyyoota Baha Afrikaa rakkoo nageenyaa biyyattiitti mul’atu furuuf humna waraanaa Riippaabilika Diimokraatawaa Koongootti bobbaasuuf walii…
Preezdaantiin Keeniyaa duraanii Maawii Kiibaakiin addunyaa kanarraa du’aan boqotan
Finfinnee, Eebila 14, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Keeniyaa duraanii Maawii Kiibaakiin addunyaa kanarraa du’aan boqochuu ibsame.
Preezdaantii Keeniyaa 3ffaa fi biyyattii bara faranjootaa…
Hawaasni wayita ayyaana Faasikaa fi Idaal Faxir kabaju balaa tasaarraa of eeggannoo taasisuu…
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Komishinarri Jeneraalaa Poolisii Oromiyaa Araarsaa Mardaasaan hawaasni wayita ayyaana Faasikaa fi Idaal Faxir kabaju balaa tasaarraa of eeggannoo taasisuu…
Waraana Raashiyaa fi Yuukreen hordofee biyyoonni Lixaa Naayijeeriyaarraa Boba’aa bitachuuf ta’uu…
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Waraana Raashiyaa fi Yuukreen hordofee Dippiloomaatoonni Gamtaaa Awurooppaa dhaabbilee Boba’aa mootummaa Naayijeeriyaa waliin sochii eegaluu…
Raashiyaan magaalaa Maaripooliin to’achuu beeksifte
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Raashiyaan magaalaa Maaripooliin guutuumaa guutuun to’achuu beeksifteetti.
Ministirri Ministeera raayyaa ittisa biyyaa Raashiyaa Sargeey Shooyguu akka…
Ameerikaa Bulchiinsa Ariizoonaatti balaa Ibiddaa muudateen manneen 700 ol barbadaa’an
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Kutaa Kaabaa Ameerikaa Bulchiinsa Ariizoonaatti balaa Ibiddaa sababa bubbeen muudateen manneen 700 ol barbadaa’uu ibsameera.
Balaan Ibiddaa Magaalaa…
Raashiyaan dippiloomaatota Neezralaandii fi Beeljiyeem ariite
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Raashiyaan dippiloomaatota Neezralaandii 15 fi Beeljiyeem lakkoofsi isaanii hin beekamne ariite.
Dippiloomaatonni kunneen guyyoota lama keessaatti…