Browsing Category
Idil Addunyaa
Afrikaa Kibbaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 300 darbuu gabaafame
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Afrikaa Kibbaa magaalaa Darbaanitti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 300 darbuu gabaafame.
Balaa lolaa kanaan daandiiwwanii fi manneen hedduun…
Ameerikaan biyyoota Lixaa gurmeessuun meeshaalee waraanaa Yuukreeniif dhiyeessaa jirtuuf gatii ni…
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Ameerikaan biyyoota Lixaa gurmeessuun meeshaalee waraanaa Yuukreeniif dhiyeessuu yoo hin dhaabne tarkaanfii kan fudhattu ta’uu Raashiyaan…
Raashiyaan komii Ameerikaan meeshaalee waraanaa Keemikaalaa fayyadamti jechuun dhiyeessite fudhatama…
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Raashiyaan komii Ameerikaan meeshaalee waraanaa Keemikaalaa fayyadamti jechuun dhiyeessite himannaa bu’uura hin qabne jechuun kuffifte.…
Raashiyaan Giddugala Ajaja Waraanaa Yuukreen barbadeessuu gabaafame
Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC) – Raashiyaan Giddugala Ajaja Waraanaa lafa keessaa Yuukreen miisaa’elaan barbadeessuu Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa Raashiyaa beeksise.
Akka…
Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa 5’f deeggarsi doolaara miiliyoona 5.5 raggaasifame
Finfinnee, Eebila 3, 2014 (FBC) – Boordiin Daayrektoreetii Fandii Misooma Afrikaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa 5’f deeggarsa doolaara miiliyoona 5 fi kuma dhibba 5 raggaasisuu…
Filannoon Preezdaantummaa Faransaay marsaa 2ffaan har’a ni gaggeeffama
Finfinnee, Eebila 3, 2014 (FBC) – Filannoon Preezdaantummaa Faransaay marsaa 2ffaan har’a kan eegalamu ta’uu ibsame.
Filannoo Preezdaantummaa marsaa 2ffaa kanaan Preezdaant…
Lammiileen Paakistaan aangoorraa ka’uu Muummee Ministiraa Imraan Kaan mormuun hiriira ba’an
Finfinnee, Eebila 3, 2014 (FBC) – Lammiileen Paakistaan hedduun aangoorraa ka’uu Muummee Ministiraa biyyattii Imraan Kaan mormuun hiriira ba’uu gabaafame.
Magaalaa guddoo biyyattii…
Raashiyaan miseensummaa Mana Maree Mirgoota Namoomaa keessaa baate
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC) – Raashiyaan miseensummaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Mana Maree Mirgoota Namoomaa keessaa of baasuu Ministeerri Dhimma Alaa biyyattii beeksise.…
Lammiileen Sudaan mormii mootummaa biyyattiirratti taasisaan itti fufaniiru
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Lammiilee Sudaan mootummaa waraanaa biyyarratti hiriira mormii taasisaan cimsanii itti fufaniiru.
Fonqolcha mootummaa bara darbe gaggeeffame…
Preezdaantii Buurkinafaasoo duraanii Kompooreetti hidhaan umurii guutuu murtaa’e
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Ajjeechaa Toomaas Sankaaraan walqabatee himatamanii kan turan Preezdaantii Buurkinafaasoo duraanii Biileez Kompooreetti hidhaan umurii guutuu murtaa’e.…