Browsing Category
Idil Addunyaa
Israa’eelii fi Filisxeem Gaazaatti waliigalteen dhukaasa dhaabuu hojiirra oolchu eegalan
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) – Israa’eelii fi gareen hidhattoota Filisxeem Haamaas Gaazaatti waliigaltee dhukaasa dhaabuu hojiirra oolchu eegalaniiru.
Waliigalteen dhukaasichaa…
Hinditti sa’aatii 24 keessattii namoonni kumni dhibbi 2 ol vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) – Hinditti sa’aatii 24 darban keessattii namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 59 fi 551 vaayrasii koroonaatin qabamu dhaga’aameera.
Biyyattitti weerarrii…
Manni marichaa Afrikaatti uwwisa talaallii Covid -19 waliin ga’uuf deeggarsi idil addunyaa…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2013 (FBC) –Dhaabbata Mootummoota Gamottoaniitti Manni Maree Nageenyaa Afrikaatti uwwisa talaallii Covid -19 waliin ga’uuf deeggarsa idil addunyaa dabaluun…
Sa’aatii 24 darban keessatti lammiileen Hindii kumni 4 fi 529 koroonaan du’an
Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) - Hinditti Sa'aatii 24 darban keessatti namoota kuma dhibba 2 fi kuma 67 fi 334 vaayrasii koroonaan qaban keessaa namoonni kumni 4 fi 529 lubbuun darbuu…
Israa’eel haleellaa Gaazarraatti raawwattu itti fufte
Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) - Israa'eel haleellaa Gaazarraatti raawwattu kan itti fufte yoo ta'u, hanga ammaatti daa'imman 64 dabalatee lammiileen Filisxeem 227 ajjeefamuu ibsameera.…
Gibtsi Gaazaa Sirxi deebisaanii ijaarsuuf Doolaara miiliyoona dhibba 5 deeggarsa taasiifte
Finfinnee, Caamsaa 10, 2013 (FBC) – Gibtsi lola Israa’eelii fi hidhattoota Filisxeem Hamaas gidduutti uumameen miidhaa qaqqabe deebisaanii ijaarsuuf Doolaara miiliyoona dhibba 5 deeggarsa…
Joo Baayidaan lolli Israa’eelii fi Filisxeem akka dhaabbatu waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Caamsaa 10, 2013 (FBC)- Preedaantiin Ameerikaa Joo Baayidaan lolli Israa’eelii fi Filsxeem akka dhaabbatu waamicha dhiyeessaniiru.
Preezdaantichi Muummee Ministiraa Israa’eel…
Lola Israa’eelii fi Filisxeem gidduutti eegalameen lakkoofsi namoota ajjeeffamanii 222 qaqqabuu…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2013 (FBC) – Lola Israa’eelii fi Filisxeem gidduutti eegalameen hanga ammaatti jiraattoonni Gaazaa 212 fi kan Israa’eel 10 ajjeefamaniiru jedhame.
Lolli…
Faransaay Doolaara biiliyoona 1.5 Sudaaniif liqeessuuf waadaa galte
Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC) - Mootummaan Faransaayi Sudaan liqaa irra jiru akka deebistu gargaaruuf Doolaara biiliyoona 1.5 bifa liqaan kennuuf waadaa galeera.
Sudaan liqaa guddaa…
Hindi Rooba cimaa bubbee makeen rukatamuuf jedhame
Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaan haalan kan miidhamte Hindi Rooba cimaa bubbee makateeen rukatamuuf ta’uu himame.
Roobni Cimaan bubbee makate…