Browsing Category
Idil Addunyaa
Gamtaan Afrikaa Maalii miseensa gamtichaa keessaa baase
Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) –Fonqolcha mootummaa dhiyeenya gaggeeffame hordofee Gamtaan Afrikaa Maalii miseensummaa gamtichaa keessaa baasuu ifoomseera.
Maaliin hatattamaan…
Talaalliin ‘Siinoovaak’ tajaajila yaala tasaa Covid -19f akka oolu beekkamtiin laatame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa talaalliin ‘Siinoovaak’ tajaajila yaala tasaa Covid -19f akka oolu beekkamtii laate.
Dhaabbatichi ibsa…
Israa’eelii fi Emireettoonni Araba Gamtoomanii walii galtee qaraxaa mallatteessan
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC) - Israa’eelii fi Emireettoonni Araba Gamtoomanii walii galtee qaraxaa jalqabaa mallatteessaniiru.
Waliigalteen Eeggumsa Invastimantii hammatee fi…
Biyyoonni Afrikaa Lixaa Maalii gamtaasaanii keessaa baasan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC) – Hoggantoonni gamtaa biyyoota Afrikaa Lixaa, Ecowas, fonqolcha mootummaa torbee darbe Maalii keessatti raawwate hordofuun biyyattii miseensummaasaanii…
Chaayinaan Imaammata daa’ima lamaa kaasuufi
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC) - Chaayinaan tajaajila qusannoo maatii hojiirra oolchaa turte Imaammata daa’ima lamaa kaasuuf ta’uu ibsite.
Mootummaan Chaayinaa qusannoon maatii…
Rippaablika Diimookiraatawaa Koongootti dhoo’iinsi Volkaanoo muudachuu danda’a jedhame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Rippaablika Diimookiraatawaa Koongootti dhoo’iinsi Volkaanoo muudachuu danda’a sodaa jedhuun lammiileen biyyattii hedduun godaansaaf saaxilaman.…
Sudaan sababa walitti bu’insaan labsii yeroo aarifachiisaa labsite
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)- Sudaan sababa walitti bu’insaa gosaan labsii yeroo aarifachiisaa labsiteetti.
Biyyattin iddoowwan sababa walitti bu’insoota gosaan miidhamanitti labsii…
Naayijeeriyaan imaltoota qajeelfama COVID-19n hojiirra hin oolchine 90 barbaadaa jirti
Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Naayijeeriyaan darbiinsa seeraa COVID-19n wal qabsiisee imaltoota 90 barbaadaa jirti jedhame.
Imaltoonni kunneen dhiyeenya Biraaziil, Hindii fi…
Chaayinaatti sababa haala qilleensaa hamaatiin namoonni fiigaa turan 21 du’an
Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Chaayinaatti Sababa haala qilleensaa hamaatiin atileetiksoonni fiigaa turan 21 du'aniiru.
Kaaba lixa Chaayinaatti dorgommii fiigichaa gaara irratti…
Naayijeeriyaatti balaa Xiyyaaraa qaqqabeen hogganaa waraanaa dabalatee qondaaltoonni 10 du’an
Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) – Hogganaan waraanaa Naayijeeriyaa Leetnaat Jeneraal Ibraahiim Ataahiiruu balaa xiyyaaraa kaaba-lixa naannoo Kaaduunaatti mudateen lubbuun darbuu…