Browsing Category
Idil Addunyaa
Boruu kan xumuramu filannoon preezdaantummaa Ameerikaa lammiileen miiliyoonni 91 sagalee laataniiru
Finfinnee, Onkololeesa 23, 2013 (FBC)- Boruu kan xumuramu filannoon preezdaantummaa Ameerikaa lammiileen miiliyoonni 91 sagalee laataniiru.
Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampii fi…
Dooktar Teedros nama COVID-19 qabame waliin walarguu isaaniirratti hunda’uun addatti of baasan
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) –Daayrektarri Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Teedros Adahanoom nama COVID-19 qabamee waliin walarguu isaaniirratti hunda’uun addatti of baasaniiru.…
Daandiin xiyyaaraa Indiyaa ‘SpiceJet’ samii dhiisee galaanarra balalii jalqabe
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) - Daandiin xiyyaaraa Indiyaa ‘SpiceJet’ jedhamu daldala geejibaa yeroo weeraraa kanatti gad-bu’e fooyyeessuuf xiyyaarota galaanarraan hojii jalqabe.…
Joon Maagufuli yeroo lammataaf filannoo waliigalaa biyya isaanitti taasifame irra injifatan
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Taanzaaniyaa Joon Maagufuli yeroo lammataaf filannoo waliigalaa biyya isaanitti taasifame injifatan.
Filannoo kana paartiin mormituu…
Preezdaantiin Federeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Ahimad Ahimad vaayrasii koroona qabamuun mirkanaa’e
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Federeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Ahimad Ahimad vaayrasii koroona qabamuun mirkanaa’e.
Preezdaantichi Roobii darbe…
Qarqara Senegaalitti godaantota 140 ol bishaan nyaate – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) – Qarqara Senegaalitti godaantota 140 ol bishaan nyaate – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii
Bidiruun namoota 200 tti dhiyaatan fe’attee gara…
Abbootiin seeraa Maalaawii ‘bu’aa filannoo burjaaja’e’ haqan badhaafaman
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Abbootiin seeraa Maalaawii ‘bu’aa filannoo burjaaja'e’ haqan badhaafaman.
Abbootiin seeraa Mana Murtii Heeraa Maalaawii badhaafamtoota badhaasa…
Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Siiril Raamaafoosaa sodaa covid-19f qophaatti adda of baasan
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Siiril Raamaafoosaa sodaa covid-19f qophaatti adda of baasan.
Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Siiril Raamaafoosaa…
yaadni Preezdaanti Tiraamp Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa irratti kennan miiraa itti…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Preezdantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp yaadni Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa irratti kennan miiraa itti gaafatamummaa kan hin qabnee fi…
Ameerikaatti vaayrasii koroonatin lubbuun lammiilee kuma dhibba 2 fi kuma 25 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Ameerikaatti vaayrasii koroonatin lubbuun lammiilee kuma dhibba 2 fi kuma 25 darbeera.
Biyyoota vaayrasiichan hubaman keessaa ishee jalqabaa kan…