Browsing Category
Idil Addunyaa
Tiraamp gara hojiitti deebi’uuf qophii ta’uu ogeessonni fayyaa himan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp gara hojiitti deebi’uuf qophii ta’uusanii ogeessonni fayyaa himaniiru.
Tiraamp tibba darbe vaayrasii…
Bara kana biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadi jiran keessatti namoonni miiliyoonni 40 hiyyummaa hamaa…
Finfinnee,Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Bara kana biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadi jiran keessatti namoonni miiliyoonni 40 hiyyummaa hamaa keessa galuu akka danda’an Baankiin Addunyaa ifoomse.…
Paarlaamaan Awurooppaa dhimma Ityoophiyaanota mana hidhaa Sawudii jiranirratti murtee dabarse
finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Paarlaamaan Awurooppaa dhimma Ityoophiyaanota mana hidhaa Sawudii jiranirratti murtee dabarse.
Manni Maree Gamtaa Awurrooppaa gidirfamuu fi sarbama…
Addunyaarratti lakkoofsii namoota COVID-19 qamanii miiliyoona 36 caaleera
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Addunyaarratti lakkoofsii namoota COVID-19 qamanii miiliyoona 36 caaleera.
Vaayrasichi erga muul’ate namoonni miiliyoonni 1 ol ammoo lubbuu isaanii…
Afrikaa Bahaatti lammiileen miiliyoonni 6 balaa lolaan miidhaman
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Afrikaa Bahaatti lammiileen miiliyoonni 6 ol balaa lolaan miidhamuu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksise.
Bara kana lammiileen…
Muummeen Ministiraa Kiirgiiztaan Kuubaatbeek Booroonoov aangoo gadi dhiisan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Kiirgiiztaan Kuubaatbeek Booroonoov aangoo gadi dhiisan.
Muummeen Ministiraa Kiirgiiztaan Kuubaatbeek Booroonoov aangoo gadi…
Feesbuukii fi Tiwuutariin waa’ee Covid-19 Tiraamp maxxansan haqan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Feesbuukii fi Tiwuutariin waa'ee Covid-19 Tiraamp maxxansan haqan.
Preezdaantiin Yuunaayitiid Isteet Doonaald Tiraamp erga vaayrasii…
Xumura bara Faranjootaa 2020tti talaalliin dhibee Covid -19 qophii ta’uu danda’a – Dooktar Teedroos
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Talaalliin dhibee Covid -19 xumura bara Farnjootaa 2020tt qophii ta’uu akka danda’u daayreektarri olaanaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Teedroos…
Tiraamp hospitaala ba’anii Waayit Hawusitti deebi’an
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)- Preezdantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp yaalii Covid-19f guyyaa sadii hospitaalatti erga dabarsaniin booda haala hin eegamneen Waayit Hawusitti…
Liiqaa biyyoota hiyeeyyii yoo danda’ame haquu yoo ta’uu baatee ammoo yeroo liiqaa isaanii dheeresuun…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) - Liiqaa biyyoota hiyeeyyii yoo danda’ame haquu yoo ta’uu baatee ammoo yeroo liiqaa isaanii dheeresuun barbaachisaadha jedha Baankiin Addunyaa.…