Browsing Category
Idil Addunyaa
Biyyoota 10 Covid-19 akka biyya isaanii hin seenne dhorkuu danda’an
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – Biyyoota 10 Covid-19 akka biyya isaanii hin seenne dhorkuu danda'an.
Vaayrasiin koroonaa addunyaa hunda jechuun hanga danda’amutti biyyoota…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota Vaayrasii koroonaan du’anii kuma dhibba 8 fi kuma 50 caale
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) –Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan lubbuu dhabanii kuma dhibba 8 fi kuma 50 caaluu himame.
Akka ragaan ‘Woorlidoomeetirs’…
Addunyaarratti lakkoofsii namoota Covid-19 qabamanii miiliyoona 25 darbe
Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Chaayinaa bulchiinsa magaalaa Wuhaanitti kan muuldhate Covid-19 addunyaarratti namoota miiliyoona 25 ol qabeera.
Addunyaa qormaata hamaa keessa kan…
Faransaay vaayrasichi amma deebi’ee itti hammaate
Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaarraa haga tokko dandamattee kan turte Faransaay vaayrasichi amma deebi'ee itti hammaateera.
Kaleessa namoota 7,379tu…
Muummeen Ministiraa Jaappaan Shiinzoo Abbeen aangoo gadi dhiisuu isaanii ifoomsaan
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Jaappaan rakkoo fayyaa isaan qunnameen aangoo gadi dhiisuu isaanii ifatti beeksisan.
Maanguddoon umrii waggaa 65…
Muummeen Ministiraa Jaappaan Shiinzoo Abbeen aangoo gadi dhiisuufi jedhame
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Jaappaan rakkoo fayyaa isaan qunnameen aangoo gadi dhiisuuf akka jedhan dubbatame.
Shiinzoo Abbeen hojii mootummaa…
Afrikaa Bahaatti godantoonni miiliyoonatti lakkaawwaman beelaafi nyaata hin madaalamneef saaxilamu…
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Afrikaa Bahaatti godantoonni miiliyoonatti lakkaawwaman beelaafi nyaata hin madaalamneef saaxilamu akka danda’an Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii…
Ameerikaatti laakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 6 qaqqabe
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Ameerikaatti laakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 6 qaqqabuu himame.
Biyyattitti lakkoofsii namoota vaayrasii…
Galii Tuuriizimii addunyaa
Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) –-Dameen Tuuriizimii adduunyaa sababa weerara vaayrasii koroonaan galii Doolaara biiliyoona dhibba 3 fi biiliyoona 20 dhabuu Dhaabbanni Mootummoota…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 24 caale
Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrsaii koroonaan qabamanii miiliyoona 24 caaluu ibsame.
Erga weerarri vaayrasii koroonaa addunyaarraatti…