Browsing Category
Idil Addunyaa
Addunyarraatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 20 caale
Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Addunyarraatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 20 caale.
Addunyaarratti namoota vaayrasii koroonaan qabaman miiliyoona 2 fi…
Braaziilitti vaayrasii koroonaatin lubbuun namoota darbe kuma 100 qaqqabee
Finfinnee, Hagayya 3, 2012 (FBC) – Braaziilitti sababa weerara vaayrasii koroonaatin lubbuun namoota kuma 100 darbeera.
Lakkoofsichis Ameerikaatti aanee isa lammaffaadha jedhameera.…
Moqaadishootti haleellaa buufata waraanaarra gaheen lubbuun namoota darbe
Finfinnee, Hagayya 2, 2012 (FBC) – Moqaadishootti haleellaa buufata waraanaarra gaheen lubbuun namoota darbe.
Magaalaa gudditti Somaaliyaa Moqaadisootti dhohiinsaa buufata waraanaatti…
Indiyaatti xiyyaarri Booying 737 kufee lamatti cabe namootni 18 lubbuun darban
Finfinnee, Hagayya 2, 2012 (FBC) - Indiyaatti xiyyaarri Booying 737 kufee lamatti cabe namootni 18 lubbuun darban.
Xiyyaarrii Daandii Xiyyaaraa 'Air India Express' jedhamuu…
Lammiileen Beeruut mootummaa mormuuf daandiitti ba’an
Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) – Lammiileen Beeruut mootummaa mormuuf daandiitti ba’an.
Guyyaa kaleessaa lammiilee mootummaa mormuuF daandiitti ba’anii fi qaamolee nageenyaa…
Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 1 caale
Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) – Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 1 caaluu ibsame.
Ardichaatti namoota miiliyoona 1 fi kuma 11 fi 872…
Addunyaarratti namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman miiliyoona 19 ol ta’aniiru
Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabaman miiliyoona 19 darbe.
Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin…
Keeniyaatti miseensota maatii tokkoo 48 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) – Keeniyaatti miseensota maatii tokkoo 48 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Miidiyaaleen biyyattii gabaasan.
Miseensoota maatii kanaa…
MM FDRI Dooktat Abiy dhoo’insa cimaa Beeruutiitti qaqqabeef gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhoo’insa cimaa magaalaa guddittii Libaanoossitti qaqqabeef gadda itti dhiga’ame ibsan.
…
IGAD tarsiimoo wabii nyaata mirkaneessuu namoota miiliyoona 15 qopheesse
Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Mootummootni Misoomaa Baha Afrikaa (IGAD) tarsiimoo wabii nyaata namoota miiliyoona 51f mirkaaneessu danda’uu qopheesseera.
Proojaktichi dhuma bara…