Browsing Category
Idil Addunyaa
Mootummaan naannoo Amaaraa jiraattoota naannoo Oromiyaatti miidhaan irra qaqqabeef deeggarsa taasise
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Amaaraa jiraattoota naannoo Oromiyaatti miidhaan irra qaqqabeef deeggarsa taasise.
Preezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis…
Biyyoonni Afrikaa 7 qorannoo dandeetti ittisa qaamaa vaayarsii koroonaa eegaluufi
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) - Biyyoonni Afrikaa 7 qorannoo dandeetti ittisa qaamaa vaayarsii koroonaa eegaluuf akka ta’e himame.
Qorannoon dandeettii ittisa qaamaa…
Oomishaalee nyaataa biyyoota biroo gara Chaayinaa galanirrtti vaayrasiin koroonaa muul’ate
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Magaaloota Chaayinaa lama keessatti oomishaalee nyaataa saamsamanii alaa galanirratti vaayrasiin koroonaa muul’achuu aanga’oonni naannichaa beeksisan.…
Kaamaalaa Haariis Ameerikaan alatti waan dhalatteef filannoo Ameerikaaf dorgomuu hin dandeessu…
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameeriikaa Doonaald Traamp, Kaamaalaa Haariis Ameerikaan alatti waan dhalatteef filannoo Ameerikaaf dorgomuu hin dandeessu jedhan.…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 21 caale
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 21 caale.
Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan…
Raashiyaan talaallii COVID-19 torbee lama booda oomishuu ni eegalti jedhame
Finfinnee, Hagayyaa 7, 2012 (FBC) – Raashiyan talaallii vaayrasii koroonaa tibba kana argadheera jettee beeksifte torbee lama booda oomishuu akka eegaltu ministirri Ministeera Fayyaa…
Joo Baaydan, Kaamaalaa Haariis itti aantuu Preezdaantii Ameerikaaf akka dorgoman kaadhiman
Joo Baaydan, Kaamaalaa Haariis itti aantuu Preezdaantii Ameerikaaf akka dorgoman kaadhiman
Finfinnee, Hagayyaa 6, 2012 (FBC) – Kaadhimamaan Demookiraatoota Ameerikaa Joo Baaydan…
Sudaan Kibbaatti walitti bu’iinsa hidhattootaa fi qaamoolee nageenyaa gidduutti ummammeen lubbuun…
Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) – Sudaan Kibbaa bulchiinsa Waarpitti walitti bu’iinsa hidhattootaa fi qaamoolee nageenyaa gidduutti ummammeen lubbuun namoota 81 darbuu himame.
Walitti…
Raashiyaan talaallii vaayrasii koroonaa kan jalqabaa faayiddarra akka oolu murteessite
Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) – Raashiyaan talaallii vaayrasii koroonaa kan jalqabaa faayiddarra akka oolu murteessite
Preezdaantiin Raashiyaa Vilaadimeer Puutiin addunyaarratti…
Mootummaa Liibaanoos taayitaa gadhiisuu beeksise
Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) – Mootummaa Liibaanoos taayitaa gadhiisuu beeksise.
Mootummaan biyyattii bulchaa ture taayitaa gadhiisuu kan beeksise dallansuun ummataa…