Browsing Category
Idil Addunyaa
Afrikaatti weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa taasifti cimsitee kan itti fuftu ta’uu…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) – Afrikaatti weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa taasiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Chaayinaan beeksifte.
Tattaaffii Afrikaan…
Sadarkaa idil addunyaatti hojii talaallii vaayrasii koroonaaf maallqani walitti qabame Doolara…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2012 (FBC) –Sadarkaa idil addunyaatti hojii talaallii vaayrasii koroonaaf maallqani walitti qabame Doolara biiliyoona 10 darbe.
Sadarkaa idila addunyaatti talaallii…
Dhaabatni Fayyaa Addunyaa qorichi busaa Covid-19’f dawaa ta’uu isaarratti yaalii…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2012 (FBC) –– Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa qorichi dhibee busaa HaayidirooksiiKiloorokiin jedhamu vaayrasii koroonaaf dawaa ta'uu fi dhiisuu isaarratti yaalii…
Guyyaan Afrikaa waggaa 57ffaan yaadatamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Guyyaan Afrikaa waggaa 57ffaan yaadatamaa jira.
Guyyaan Afrikaa waggaa waggaadhan Caamsaa 17 yaadatameet oola.
Kan baranaas mata…
Sudaan humna poolisii ogeessota fayyaashee haleellarraa eegan hundeessufi
Fifninnee, Caamsaa 16, 2012 (FBC) –– Sudaan humna poolisii ogeessota fayyaashee haleellarraa eegan akka hundeessitu ibsite.
Weerarri vaayrasii koroonaa babal’churratti hunda’uun ogeessota…
Ilmi gaazexeessaa Jamaal Kaashoogjii maatiin isaa warra abbaasaa ajjeesaniif dhiifama gochuu isaanii…
Finfinnee, Caamsaa 14,2012(FBC) -Ilmi gaazexeessaa Jamaal Kaashoogjii maatiin isaa warra abbaasaa ajjeesaniif dhiifama gochuu isaanii hime.
Baatii qulqulluu Ramadaanaa…
Ugaandaatti balaa lolaa qaqqabeen lubbuun namoota 8 darbe
Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Dhiha Ugaandaatti balaa lolaa qaqqabeen lubbuun namoota 8 darbuu Waldaan Fannoo Diimaa biyyattii beeksise.
Namoota lubbuun darban keessaa…
Sudaan kibbaatti walitti bu’iinsa walii waliniin lubbuun namoota 300 darbe
Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) –Sudaan kibbaatti walitti bu’iinsa walii waliin ka’een lubbuun namoota 300 darbuu anga’oonni biyyatti beeksisan.
Bahaa biyyaatti bulchiinsa Joongileey …
Addunyaarratti guyyaa tokkotti lakkoofsii olaanaa namoota vaayrasii koroonaan qabamanii galmaa’e
Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC)- Addunyaarratti sa’a 24 keessatti lakkoofsii olaanaa namoota vaayrasii koroonaan qabamanii galmaa’u Dhaabbanni Fayyaa Fadduunya gabaasa baseen beeksiseera.…
Sudaanitti guyyaa har’aa namoonni 137 dabalataan vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) - Sudaanitti guyyaa har’aa namoonni 137 dabalataan vaayrasii koroonaan qabamuu Ministeerri Fayyaa biyyattii beeksiseera.
Biyyattiiti lakkoofsi…