Browsing Category
Idil Addunyaa
Demokraatika Riippabliika Koongootti haleellaa qaqqabeen lubbuun namoota 20 darbe
Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Demokraatika Riippabliika Koongootti haleellaa hidhattoonni qaqqabsiisaniin lubbuun namoota 20 darbe.
Haleellaa kaleessa naannoo kaaba baha…
Afrikaatti lakkoofsi namoota vayraasii koroonaan qabamanii kuma 81 caale
Finfinnee, Caamsaa 9, 2012 (FBC) - Afrikaatti lakkoofsi namoota vayraasii koroonaan qabamanii kuma 81 caaleera.
Afrikaatti lakkoofsii namootaa vaayrasichaan qabamanii kuma 81 fi 608…
Talaalliin vaayrasii koroonaa jaldeessarratti yaalame ‘abdachiisaadha’ jedhame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2012 (FBC) – Talaalliin abdii qabeessa jedhame jaldeessota jaha vaayrasichaarra tiksuu danda'eera.
Talaalliin kun gosotaa jaldeessaa madinummaa qaamaa kan dhala…
Kuwaataar lammiileen haguugguu fuulaa hin fayyadamne Doolaara kuma 50 akka adabaman murteessite
Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) – Kuwaataar lammiileen iddoo kamittuu haguuggii fuulaa malee yeroo sosocho’an argaman Doolaara kuma 50 akka adabaman murtee dabarsite.
…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii kuma dhibba 3 caale
Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii kuma dhibba 3 caaluu himame.
Akka ragaan maappii addunyaa fi ‘Worldometer’…
Johaanisbargitti maatiin miiliyoonni 1 ta’an waan nyaataan hin qaban
Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Afrikaa kibbaa Johaanisbargitti maatiin miiliyoonni 1 ta’an waan nyaataan akka hin qabne kaantiibaan magaalicha beeksisan.
Johaanisbarg sabaaba…
Vaayrasiin koroonaa akka hin banne akeekame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) - Dhaabbata Fayyaa Adduunyaatti daayreektarri yaala dhibee tasa Dooktar Miikee Reyaan,vayrasichi yoom akka baduu raaguurraa of qusataniiru.
Dhabbanni…
Leesoottoon nama jalqabaa vaayrasii koroonaan qabame galmeessifte
Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) – Leesoottootti namni jalqabaa vaayrasii koroonaan qabame argamuu isaa Ministeerri Fayyaa biyyattii beeksise.
Biyyattiin Afrikaatti biyya…
Raashiyaan Ameerikaatti aantee biyya baayinna namoota COVID-19 irratti argameen lammaffaa taate
Finfinnee, Caamsaa 4, 2012 (FBC) – Raashiyaan Ameerikaatti aantee biyya baayinna namoota COVID-19 irratti argameen lammaffaa taate.
Kiibxata har'aa, sa'aatii 24 keessatti qorannoo…
Daayrektarri Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Teedros Adahanoom biyyootni labsii yeroo muddamaa…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2012 (FBC) – Daayrektarri Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Teedros Adahanoom biyyootni labsii yeroo muddamaa akka kaasaan akeekkachiisan.
Weerara vaayrasi koroonaa…