Browsing Category
Idil Addunyaa
Biriitaaniyaatti lakkoofsi namoota dhibee COVID -19 du’anii biyyoota Awrooppaatti isa olaanaa ta’e
Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Biriitaaniyaatti lakkoofsi namoota COVID -19 du’anii biyyoota Awrooppaatti isa olaanaa ta’uu himame.
Akka Ministeerri Fayyaa biyyattii…
Chaayinaatti manneen barnootaa Baatii 3 oliif cufamanii turan banaman
Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Chaayinaan Baatii sadiin booda sochii idileetti deebi’aa jiraachuu himame.
Chaayinaa magaalaa Huhaaniitti manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa…
Tatamsa’inni weerara vaayrasii koroonaa biyyoota gaafa Afrikaatti dabalaa jiraachuu himame
Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Tatamsa’inni weerara vaayrasii koroonaa biyyoota gaafa Afrikaatti dabalaa jiraachuu himame.
Naannichaatti namoonni vaayrasichaan qabaman…
Yuunayitid Isteet Doolaara tiriliyoona 3 liqeeeffachufi
Finfinnee, Eebila 27, 2012 (FBC) – Yuunayitid Isteet Doolaara tiriliyoona 3 liqeeeffachufi.
Ameerikaan ittisa weerara vaayrasii koronaatiif Doolaara tiriliyoona sadii liqeeffachuuf akka…
Xaaliyaan dhoorkii yoo laaffistu, Jarman daa’imman manneen barnootaatti deebisaa jirti
Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) –Xaaliyaan dhoorkii yoo laaffistu, Jarman daa'imman gara manneen barnootaatti deebisaa jirti.
Biyyoonni lamaan sababii weerara vaayrasii…
Addunyaarratti namoonni kumni 50 ol ta’an wallansa hordoffii cimaa keessa jiru
Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Addunyaarratti namoonni kumni 50 ol ta’an wallansa hordoffii cimaa keessa jiru.
Vaayrasiin koroonaa erga muul’ate ji’oota lakkoofsiseen biyyoota 212…
Biyyoota ollaa Ityoophiyaatti weerarri vaayrasii koroonaa hammaachaa dhufuu himame
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Biyyoota ollaa Ityoophiyaatti weerarri vaayrasii koroonaa hammaachaa dhufuu himame.
Keeniyaatti guyyaa har’aa qorannaa laaboraatoorii sa’aa…
Ameerikaatti qorichi Iiboolaa, yaala koroonaaf akka oolu eeyyamame
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Ameerikaatti Abbaan Taayitaa to’annoo Nyaataa fi Qorichaa ‘Ramdasiiviir’ jedhamu qorichi vaayrasii Iiboolaa yaala COVID –19f akka ooluu eeyyamuu isaa…
Weerarri COVID -19 Raashiyaatti cimaa dhufuu himame
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Yeroo biyyoonni addunyaa hedduun Weerara vaayrasii koroonaarraa dandamachaa dhufanitti Raashiyaatti ammoo hammaataa jiraachuu himame.
…
Dhaabbatichi weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf waan irraa eeggamu hunda gochaa jira – Dr…
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf waan irraa eeggamu hunda taasisaa jiraachuu Dooktar Teediroos Adihaanoom ibsaniiru.…