Browsing Category
Idil Addunyaa
Guyyaan hojjettoota addunyaa kabajamaa jira
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC) – Guyyaan hojjettoota Addunyaa 131ffaan kabajamaa jira.
Eebila 23 bara baraan kan kabajamu guyyaan hojjettoota addunyaa akka Ityoophiyaatti…
Morokootti sirreeffamtoonni seeraa 300 ol vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) – Morokootti sirreeffamtoonni seeraa 300 ol vaayrasii koroonaan qabaman.
Qorannoo mana amala sirreessaa keessatti taasifameen sirreeffamtoonni seeraa 313…
Ameerikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miliyoona 1 guute
Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) – Ameerikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miliyoona 1 guute.
Lakkoofsi namoota baatii muraasa keessatti vaayrasichaan du'anii ammoo…
UN sochii hawaasaa dhorkuuf biyyoota humna fayyadaman akeekkachiise
Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii (UN) sochii hawaasaa dhorkuuf biyyoota humna fayyadaman akeekkachiise.
Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti waajjirri…
Lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii miiliyoona 3tti siqaa jira
Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 3tti siqaa jira.
Joon Hoopkiins Yuunvarsiitiin akka beeksisetti…
Adduunyaarratti lakkoofsi namoota COVID-19 du’anii kuma dhibba 2 darbe
Finfinnee, Eebila 18, 2012 (FBC) – Adduunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii kuma dhibba 2 darbu himame.
Akka gabaasa Yuunvarsiitii Johans Hopkiinsanitti…
Wuhaan keessaatti dhukkubsattoonni vaayrasii koroonaa hundi hospitaala ba’an
Finfinnee, Eebila 18, 2012 (FBC) – Bakka argama vaayrasichaa kan taatee Chaayinaa Wuhaan keessaatti dhukkubsattoonni vaayrasii koroonaa hundi hospitaala ba’uu isaanii qondaaltoonni…
Obboleeyyan lakkuun Vaayrasii koronaan garaagarummaa guyyoota sadiin lubbuun darban
Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Obboleeyyan lakkuun Vaayrasii koronaan garaagarummaa guyyoota sadiin hospitaala tokko keessatti lubbuun darbuu isaanii himame.
Lammiilee…
Afrikaatti torbee tokkotti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii %43 dabaleera
Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Afrikaatti torbee tokkotti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii %43 dabaluu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksise.
Yeroowwan itti aananitti…
Daangefama sosochii kaasuun weerarri vaayrasii koroonaa akka babal’atu godha – Dhaabbata Fayyaa…
Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) - Biyyoonni daangeffama sosochii kaasuun isaanii weerarri vaayrasii koroonaa caalmatti akka babal’atu kan taasisu ta’uu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa…