Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Sulultaatti misooma qamadii daawwatan

Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Sulultaatti misooma qamadii daawwataniiru.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, tattaaffiin birmadummaa nyaataa Itiyoophiyaa mirkaneessuuf eegalle bu’aa olaanaa argamsiisuu itti fufeera jedhan.

Guyyaa har’aas Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Sulultaatti misooma qamadii jallisii bonee lafa heektaara kuma 2 fi 150 irratti misoome daawwachuu ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.