Fooramiin Daldalaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 14, 2019 (FMC)-Fooramiin Daldalaa Afrikaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Fooramicharratti Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Aadde Yaasmiin Wahaabrabbii fi Qondaaltonni Olaanoo Mootummaa biroon argamaniiru.
Fooramichi qindeessummaa Ministeera Daldalaa fi Waliitti Hidhamiinsa Naannawaa fi ‘Africa Trade Mark’n kan qophaa’eedha.