Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Taphni Maanchistar Siitiifi Boornimaawuz ni eegama

Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2018 (FMC)- Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 10ffaan taphni Maanchister Siitiifi Boornimaawuz har’a taphatan ni eegama. Maanchister Siitiin taphoota liigichaa sagaliin qabxii 16 walitti qabachuun sadarkaa 8ffaa irra kan jiru yoo ta’u tapha har’a galgala sa’aatii 1:30’tti Istaadiyeemii Itihaaditti taphatamu Kana…
Read More...

Finfinnee, Onkoloolessa 20, 2018 (FMC)- Xiyyeeffannaa Mootummaan yeroo kamuu caalaa Kubbaa miilaaf kenne itti fayyadamuu qabna jedhan Pirezidaantiin Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Obbo Isaayaas Jiraa. Federeeshinichi yaa'ii…