Ispoortii
Atileet Shuuree Damisee Maaraatoonii Paaris Injifatte
Finfinnee, Eebila 4, 2018 (FMC)- Dorgoogommii Maaraatoonii Paaris bara 2026 Aitleet Shuuree Damisee injifannoon xumurteetti.
Atileet Shuureen fageenya kana sa'aatii 2, daqiiqaa 18 fi sekondii 35n xumuruun tokkoffaa yoo baatu; Misgaanee Alamaayyoo sa'aatii 2, daqiiqaa 19 fi sekondii 17n lammaffaa ta'uun xumurteetti.
Atileet Innaatnash…
Read More...
Maanchister Siitiin garaagarummaa qabxii Arsenaal waliin qabu gadi buusuuf taphata
Finfinnee, Ebla 4, 2018(FBC) - Sagantaa tapha Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 32ffaan galgala sa'aatii 12:30 irratti Cheelsiin dirree isaa Istaafoordi Biriij irratti Maanchister Siitii keessummeessa.
Liigichaan qabxiilee 61 walitti…
Arsenaal Boornimaawuuziin injifatame
Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 32ffaa har'a taphatameen Arsenaal Boornimaawuuziin injifatameera.
Boornimaawuuz galchii 2 fi 1'n Arsenaal injifateera.
Tapha kanaan Arsenaal dirree ofiirratti…
Har”a morkiin Arsenaal Boornimaawuuz waliin taasisu akkaan eegama
Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 32ffaan morkiin Arsenaal Boornimaawuuz akkasuma Cheelsiin Maanchiister Siitii waliin taasisan akkaan eegama.
Har'a waaree booda sa'aatii 8:30 jalqabee Arsenaal…
Magaalaan Baahir Daar Magaalaa Adaamaa injifate
Finfinnee, Ebla 2, 2018( FMC)- Tapha CBE Pirimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan Magaalaan Baahir Daar Magaalaa Adaamaa galchii 2 fi 1’n injifateera.
Tapha sa’aatii 9:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphatame…
Nageellee Arsii 1 – 1 Madin Itiyoophiyaa
Finfinnee, Ebla 1, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan taphni Nageellee Arsii fi Madin Itiyoophiyaa gidduutti taphatame qixaan xumuramee.
Nageellee Arsiin dursaa turus dhumarratti galchii keessummeessuun…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 1, 2018 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan har'a taphoonni 4 ni taphatamu.
Waaree booda sa'aatii 7:00 eegalee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti Nageellee Arsiin Madin Itiyoophiyaa waliin…