Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Walwaaloo Addigiraat 1 – 2 Nageellee Arsii

Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 30ffaa har'a taphatameen Nageellee Arsiin Yuunivarsiitii Walwaaloo Addigiraat injifateera. Nageellee Arsiin galchii 2 fi 1’n Yuunivarsiitii Walwaaloo Addigiraat injifachuun morkii Waancaa cimsateera. Nageellee Arsiin taphoota 4 walitti aansuun erga…
Read More...

Baayerni Muunik vs PSG…

Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Tapha deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin har’a Baayerni Muunik PSG waliin taasisu ni eegama. Taphni marsaa jalqabaa olaantummaa shaampiyoonaa bara darbee PSG’n kan xumurame…

Cheelsii 1 – 3 Notingahaam Forest

Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer liigii Ingilaandi torbee 35ffaa galgala kana taphatameen Cheelsiin Notingahaam Forestiin injifatame. Notingahaam Forest galchii 3 fi 1'n Cheelsii injifateera. Sababa kanaan Cheelsiin…