Ispoortii
Cheelsiin Leenjisaa isaa gaggessee
Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Cheelsiin leenjisaa isaa Inzoo Maareeskaan gaggeeseera.
Boordiin Kilabichaa turtiin leenjisichaa ilaalchiisee walga’ii har’a gaggeesseen waliigalteen isaa akka addaan citu murteesseera.
Hanga bara faranjoota 2029tti kilabicha leenjisuuf waliigalee kan ture Inzoo Maareeskaan kilabicha waliin adda bahuu ‘The…
Read More...
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 19ffaan har’a itti fufuun taphatamu
Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 19ffaan har'a itti fufuun kan taphataman yoo ta’uu,morkiin Sandarlaandi Maanchiister Siitii waliin taasisu ni eegama.
Halkan sa’aatii 2:30 jalqabee Liiverpuul…
Aljeeriyaan Ikkuwaatooriyaal Giinii, Burkiinaa Faasoon ammoo Sudaan injifatan
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) - Taphoota ramaddii xumuraa waancaa Afrikaa 35ffaan Aljeeriyaan Ikkuwaatooriyaal Giinii, Burkiinaa Faasoon ammoo Sudaan injifachuun tapha moo'atanii darbuuf gahuu mirkaneeffatan.
Aljeeriyaan galchii 3 fi…
Bunni Itiyoophiyaa Machaal injifate
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 12ffaan Bunni Itiyoophiyaa Machaal injifateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 jalqabee Istaadiyeemii Finfinneetti taphatameen Bunni Itiyoophiyaa…
Waancaa Afrikaan har’a taphoonni ramaddii xumuraa 4 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Moorokoon taphatamaa jiruun har’a taphoonni ramaddii xumuraa 4 ni taphatamu.
Har’a galgala sa’aatii 1:00 eegalee Ikkuwaatooriyaal Giiniin Aljeeriyaa, Sudaan ammoo…
Arsenaal 4 – 1 Astoon Viilaa
Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 19ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Astoon Viilaa injifachuun dursummaa isaa cimsate.
Arsenaal galchii 4 fi 1'n Astoon Viilaa injifateera.
Taphoota biroon…
Magaalaan Shaggar Buna Sidaamaan injifatame
Finfinnee, Mudde 21, 2018(FMC) -Tapha Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 12ffaan Magaalaan Shaggar Buna Sidaamaan 0 fi 2'n injifatameera.
Galagala sa'aatii 12 irraa eegalee Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Tekinooloojii…