Ispoortii
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) –Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 30ffaan har'a taphoonni 3 ni taphatamu.
Haaluma kanaan waaree booda sa'aatii 9:00 eegalee Bunni Sidaamaa Istaasiyeemii Finfinneetti Madin Itiyoophiyaa keessummeessa.
Sa'aatuma walfakkaatuutti Faasiil Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi…
Read More...
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Arsenaal tapha xumuraaf darbe
Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC) – Tapha Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan halkan kana taphatameen Arsenaal Atileetikoo Maaadriid injifachuun tapha xumuraaf darbe.
Arsenaal tapha deebii har'a taphatameen galchii 1 fi 0'n,…
Xumura Shaampiyoonsii Liigii Awurooppaaf eenyutu darba, Arseenaal moo Atileetikoo Maadriid ?
Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC)- Tapha Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa walakKaa Xumuraaf Arsenaal Atileetikoo Maadriid waliin ni taphata.
Kilaboonni lameen halkan kana Sa’aatii 4:00 irratti Istaadiyeemii Emireetitti wal morku.
Gareen…
Cheelsii 1 – 3 Notingahaam Forest
Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer liigii Ingilaandi torbee 35ffaa galgala kana taphatameen Cheelsiin Notingahaam Forestiin injifatame.
Notingahaam Forest galchii 3 fi 1'n Cheelsii injifateera.
Sababa kanaan Cheelsiin…
Eevertan VS Maanchisteer Siitii…
Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) – Tapha Pirimeer liigii Ingilaandi torbee 35ffaan Maanchisteer Siitiin dirree isaan ala Eevartan waliin ni morkata.
Maanchiister Siitiin, tapha galgala kanaa dabalatee taphoota qixxeessituu lama kan of…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa har’a taphoonni 3 ni taphatamu
Finfinnee, Eebla 26, 2018(FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 30ffaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu.
Haaluma kanaan har’a waaree booda sa’aatii 7:00 jalqabee Walaayittaa Diichaan Istaadiyeemii Magaalaa…
Maanchistar Yuunaayitid 3- 2 Liivarpuul
Finfinnee, Ebla 25, 2018(FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 35ffaan Maanchistar Yuunaayitid Liivarpuuliin galchii 3 fi 2’n injifateera.
Bu’aa kana hordofee bara dorgommii itti aanuutti Maanchistar Yuunaayitid Shaampiyoonsi…