Ispoortii
Bunni Sidaamaa Buna Itiyoophiyaa injifate
Finfinnee, Ebla 12, 2017( FMC)- Tapha Piriimar Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan Bunni Sidaamaa Buna Itiyoophiyaa goolii 1 fi 0 injifate.
Tapha sa’aatii 9:00 irratti istaadiyeemii Yuunivarsiitii Hawaasaatti taphatameen Bunni Sidaamaa Buna Itiyoophiyaa goolii Fiqireyesuus Taklabirhaan galcheen 1 fi 0 injifachuu danda’eera.
Tapha liigichaan…
Read More...
Piriimar Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 12, 2017(FMC)- Tapaha Piriimar Liigii Ingilaandi torbee 33ffaan guyyaa har’aa taphoonni 4 ni taphatamu.
Waaree booda sa’aatii 10:00 irratti istaadiyeemii Kiraavaankooteej irratti Fuulhaam Cheelsii waliin, Poortmaan Rood…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Gullisoon Gimbii injifachuun liigicha dursuu eegale
Finfinnee, Ebla 11, 2017(FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 15ffaa har’a taphatameen Kilabni Bulchiinsa Magaalaa Gullisoo magaalaa Gimbii injifachuun liigicha dursuu eegaleera.
Tapha har’a waaree dura sa’aatii 5:00 eegalee…
Shaampiyoonaan tapha guutuu Ispoortii Magaalaa Shaggar 2ffaan olaantummaa Laga Xaafoo Laga Daadhiin…
Finfinnee, Ebla 11, 2017(FMC) – Shaampiyoonaan tapha guutuu Ispoortii Magaalaa Shaggar marsaa 2ffaan kutaa magaalaa Sabbataatti gaggeeffamaa ture olaantummaa kutaa magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiin xumurameera.
Shaampiyonaan tapha…
Har’a taphoonni Eevartan Maanchiister Siitii, Astoon Viilaan ammoo Niwuukaasiil keessummeessan…
Finfinnee, Ebla 11, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 33ffaan taphni har'a Eevartan Maanchiister Siitii, Astoon Viilaan ammoo Niwuukaasiil keessummeessan hawwiin eegamu.
Taphoonni torbee 33ffaa kunneen tapha har'a…
Negellee Arsiin Piriimeer Liigii Itiyoophiyaatti guddate
Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Taphoota liigii Olaanoo Itiyoophiyaa keessatti hirmaachaa kan jiru Kilabni Kubbaa Miilaa Negellee Arsiin Piriimeer Liigii Itiyoophiyaatti guddachuu mirkaneeffateera.
Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Yuuniversiitiin Dambi Doolloo Sabbataa injifate
Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 15ffaa har’a waaree dura taphatameen Yuuniversiitiin Dambi Doolloo Sabbataa injifateera.
Yuuniversiitiin Dambi Doolloo galchii 2 fi 0n Kutaa Magaalaa Sabbataa…