Ispoortii
Taphoonni deebii nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Taphoonni deebii nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa eegaluun kan taphataman yoo ta’u, Boorushiyaa Doortimand Baarseloonaa, Astoon Viilaan ammoo PSG waliin taphatu.
Har’a halkan sa’aatii 4:00 jalqabee Boorushiyaa Doortimand Baarseloonaa waliin yoo falmatu, Astoon Viilaan ammoo PSG waliin morkiin…
Read More...
Guyyaan Ispoortiin misoomaa fi nageenyaa biyyaalessaa magaalaa Dambi Doollootti kabajamaa jira
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Guyyaan Ispoortiin misoomaa fi nageenyaa 5ffaan sadarkaa biyyaalessaatti naannoo Oromiyaa magaalaa Dambi Doollootti kabajamaa jira.
Ispoortiin misoomaa fi nageenyaaf mata duree jedhuun sochiin qaamaa…
Baankiin Daldala Itiyoophiyaa Qidduus Giyoorgis injifate
Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 25ffaa har’a taphatameen Baankiin Daldala Itiyoophiyaa galchii 1 fi 0n Qidduus Giyoorgis injifateera.
Tapha har’a waaree dura sa’aatii 3:30 jalqabee…
Liverpuul 2 – 1 Weest Haam
Finfinnee, Ebla 5, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaa har'a waaree booda taphatameen Liiverpuul galchii 2 fi 1n Weest Haam injifachuun imala gara Waancaa cimsate.
Taphoota biroon Woolviis galchii 4 fi 2n…
Atileet Badhaatuu Hirphaa fiigicha maraatoonii Paaris injifatte
Finfinnee, Ebla 5, 2017(FMC)- Dorgommii fiigicha maraatoonii Paaris har'a fiigameen Atileet Badhaatuu Hirphaa injifatteetti.
Dorgommicha Atileet Badhaatuun sa'aatii 2fi daqiiqaa 20fi sekondii 45 'n 1ffaan yoo xumurtu, Atileet Dharraa…
Oonaanaan tapha har’a taphatamuun ala ta’e
Finfinnee, Ebla 5, 2017 (FMC) – Andiree Oonaanaan tapha har’a galgala Niwukaasil Yuunaayitid, Maanchistar Yuunaayitidiin sa’aatii 12:30 keessumeessuun ala ta’e.
Tapha Liigii Awurooppaan dogoggoroota Oonaanaan uumeen gooliiwwan galaniin…
Arsenaal 1 – 1 Bireentifoord
Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandiin halkan kana taphatameen Arsenaal Bireentifoordi waliin qabxii qoodateera.
Taphoota biroo waaree booda taphatamaniin Astoon Viilaan galchii 3 fi 0n Saawuuz Hampitan…