Ispoortii
Liiverpuul vs PSG…
Finfinnee, Eebla 6, 2018(FMC) – Taphoota nuusa xumuraa shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a taphoonni deebii lama ni taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee taphni Liiverpuul PSG keessummeessuu akkaan eegama.
Tapha marsaa jalqabaa PSG’n galchii 2 fi 0’n Liiverpuul injifachuun kan yaadatamuudha.
Liiverpuul qabxii kana jijjiiruun…
Read More...
Darbiin Oromiyaa qixaan xumurame
Finfinnee, Ebla 5, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 27ffaan morkiin kilaboota Oromiyaa lamaan gidduutti gaggeeffame qixaan xumurameera.
Taphni har’a sa’aatii 7:00 eegalee Shaggarii fi Nageellee Arsii…
Maanchiister Yuunaayitiid vs Liidis Yuunaayitiid…
Finfinnee, Ebla 5, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz sagantaa xumuraa torbee 32ffaan har’a Maanchiister Yuunaayitiid Liidis Yuunaayitiid ni keessummeessa.
Kilaboonni lamaan taphoota as dhiyeenya waliin taphatan 5 keessaa…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 5, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 27ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu.
Haaluma kanaan guyyaa sa’aatii 7:00 eegalee Shaggar Nageellee Arsii, waaree booda sa’aatii 10:00 jalqabee…
Maanchister Siitiin garaagarummaa qabxii Arsenaal waliin qabu gara 6tti hir’ise
Finfinnee, Ebla 4, 2018 (FMC) - Sagantaa tapha Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 32ffaan Maanchister Siitiin Cheelsii 3-0'n injifateera.
Dirree Istaamfoordi Biriij irratti galgala sa'aatii 12:30 irratti tapha taphatameen Maanchister…
Maanchister Siitiin gqraagarummaa qabxii Arsenaal waliin qabu gara 6tti hir’ise
Finfinnee, Ebla 4, 2018 (FMC) - Sagantaa tapha Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 32ffaan Maanchister Siitiin Cheelsii 3-0'n injifateera.
Dirree Istaamfoordi Biriij irratti galgala sa'aatii 12:30 irratti tapha taphatameen Maanchister…
Atileet Shuuree Damisee Maaraatoonii Paaris Injifatte
Finfinnee, Eebila 4, 2018 (FMC)- Dorgoogommii Maaraatoonii Paaris bara 2026 Aitleet Shuuree Damisee injifannoon xumurteetti.
Atileet Shuureen fageenya kana sa'aatii 2, daqiiqaa 18 fi sekondii 35n xumuruun tokkoffaa yoo baatu; Misgaanee…